Browsing Category
Biiznasii
Iddoolee waraanni gaggeeffamaa turetti galiin Birriin biiliyoonni 2.3 ol osoo walitti hin qabamaniin…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Iddoolee waraanni gaggeeffamaa turetti galiin Birriin biiliyoonni 2.3 ol osoo walitti hin qabamiin hafuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Walitti hidhamiinsa naannawaa gabaa bilisaa Afrikaa cimsuun carraa guddaa filannoo gabaa ta’uusaa…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Walitti hidhamiinsa naannawaa gabaa bilisaa Afrikaa cimsuun carraa guddaa filannoo gabaa ta’uusaa beekuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 95 olitti tilmaamamu to’annoo jala oole
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) – Torban darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 95 fi kuma dhibba 8 olitti tilmaamamu to’annoo jala ooluu Komishiniin Gumuruukaa…
Damee Indaastirii oomishaarraa baatiiwwan 5 darbanitti galiin Doolaarri Miiliyoona dhibba 2 ol…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Damee Indaastirii oomishaarraa baatiiwwan 5 darbanitti galiin Doolaarri Miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoonni 3 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Turki hamma Maallaqni ishee Doolaara Ameerikaa waliin qabu sirreessuuf Fooyya’iinsa Faayinaansii…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Turki humna Maallaqni ishee Doolaara Ameerikaa waliin qabu sirreessuuf Fooyya’iinsa Faayinaansii taasiisuu eegalteerti.
Tibbana Maallaqni Turkii…
Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita liitira…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita nyaataa liitira miiliyoona 5 raawwachaa jiraachuu Dhaabbanni…
Bara baajata 2013tti karaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 2.64 gara…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bara baajata 2013tti karaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 2.64 gara biyyaa galuu Baankii Daldalaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Baankichi bara kana liqaa Birrii biiliyoona 19 dhiheessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa bara kana liqaa Birrii biiliyoona 19 dhiheessuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Baankichi Kalaqaawwaan…
Baatiwwan shanan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 241 argame
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 41 argamuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…
Baatiwwan shanan darban Indaastirii Kal’oorraa galiin Doolaarri miiliyoonni 19 argamuu ibsameera
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban daldala alaa Indaastirii Kal’oorraa galiin Doolaarri miiliyoonni 19 argamuu Inistiityuutiin Indaastiriin Misooma Kal’oo…