Browsing Category
Biiznasii
Ulaagaaleen mirkaneessa ga’umsa 52 irraa gara 10tti akka gadi bu’u taasifame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ulaagaaleen mirkaneessa ga’umsa daldala dura 52 turan gara 10tti gadi bu’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Proojektiin misooma kuduraa fi muduraatiin Ityoophiyaa fayyadamtuu taasisu ifoome
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Proojektiin misooma kuduraa fi muduraa akkasumas sharafa alaa damichaan argamuun Ityoophiyaa fayyadamtuu taasisu ifoomeera.
Abbaan Taayitaa…
Baatiwwan Arfan darbanitti Birrii biiliyoonni 123 ol walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) - Baatiwwan Arfan darbanitti Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 23 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeskiise.…
Bittaan Shukkaaraa kuntaala miiliyoona 2 taasifamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Hanqina dhiyeessii sukkaaraa fooyyessuuf bittaan Shukkaaraa kuntaala miiliyoona 2 taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannolee beeksise.…
Dhiyeessii Zayita Nyaataa fooyyessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Dhiyeessii Zayita Nyaataa fooyyessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannoo beeksiise.
Oomishtoota Zayitaa biyya…
Baatii Onkololeessaa galiin Birrii biiliyoonni 53 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Baatii Onkololessaa qofa galiin Birrii biiliyoonni 53 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Baatii Onkololeessaa Birrii Biiliyoona 56 fi…
Oomishni Gabaa Ityoophiyaa baatiwwan arfan darban oomishaalee Meetirik Toonii kuma 51 wal…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Oomishni Gabaa Ityoophiyaa baatiwwan arfan darban oomishaalee qonnaa Meetirik Toonii kuma 51 ol Birrii Biiliyoona 4.4 wal bichisiisuu beeksiiseera.…
Hojiin keenya olaanaan baajata qusannoon fayyadamuun kayyoo yaadameef akka oolu taasisuufi-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Maallaqaa hojiin isaa olaanaa bara kanaa baajata qusannoon fayyadamuun kayyoo yaadameef akka oolu taasisuufi jechuun Ministirri Ministeericha…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii alaa galanii fi ala ergii Birrii Miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Hordoffii…