Browsing Category
Biiznasii
Oromiyaatti baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoonni 25 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa baatiwaan jahaan darbn galii Birrii biliyoona 25 walitti qabuu beeksiise.
Gamaaggama seektarichaa kan ji’a…
Teeknooloojiin Liqaa Dijitaalawaa ifoome
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Teeknooloojii Faayinaansii Kiffiyyaa appilikeeshinii Liqaa Dijitaalaa dhiyeessaniiru.
Teeknooloojiin Michuu…
Fooramii fi Igzibishiniin Invastimantii diyaaspooraa magaalaa Finfinneetti geggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Fooramii fi Igizibiishiniin Invastimantii diyaaspooraa magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay Laayitiitti geggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Fooramii fi…
Sagantaan Konsartii Muuziqaa, Baazaarii fi agarsiisaa addabaabayii michummaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Imala guddaa gara biyyaa sababeeffachuun sagantaan Konsartii Muuziqaa, Baazaarii fi agarsiisaa addabaabayii michummaatti gaggeeffamaa jiraachuu…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii Amajjii haaluma baatii darbeen itti fufa –…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) - Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba'aa baatii Amajjii haaluma baatii Muddeen kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Gabaa tasgabbeessuuf bittaan Qamadii fi Zayita nyaataa hedduun raawwatame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Qaala’iinsa gatii to’achuun Gabaa tasgabbeessuuf bittaan Qamadii kutaala miiliyoona 4 fi Zayita nyaataa Liitira miiliyoona 12.5 raawwatamuu…
Baankiin Hijiraa damee 17ffaa isaa maqaa Haaji Hasan Gammadaatiin moggaase Abboostootti hojii…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Baankiin Hijiraa damee 17ffaa magaalaa Shaashamannee maqaa Haaji Hasan Gammadaatiin moggaase Abboostootti hojii eegalchiise.
Sirna baniinsaa kanarratti…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 84 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 84 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
To’annoo torbee darbe keessa…
Baatii Sadaasaatti daldala alaarraa galiin Doolaarri Kuma dhibbi 3 ol argame
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Bara Baajaataa 2014 baatii Sadaasaatti daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni Kumni dhibbi 3 fi kumni 33 fi 932 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa kaardiwwan kaffaltii duraa addaa diyaaspoorootaaf tajaajilan…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa kaardiwwan kaffaltii duraa addaa diyaaspoorootaaf tajaajilan qopheessuu beeksiseera.
Baankichi ammeenta Birrii adda…