Browsing Category
Biiznasii
Gareen ‘AE-Trade’ Finfinneetti biiroo banuufi
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Gareen Daldala Elektirooniksii Afrikaa (AE-Trade) Biiroo Afrikaa Bahaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin waliigaltee mallatteesse.…
Daldaltoota Nagahee malee Daldalaa turan kuma 1 fi 145 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Daldaltoota Nagahee malee Daldalaa turan kuma 1 fi 145 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Sadaasa 27 hanga Mudde 3, 2017ti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
Agarsiisnii fi baazaariin daldalaa Qillee baname
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Agarsiisanii fi baazaariin daldalaa Qillee 2017 Finfinneetti baname.
Agarsiisa fi baazaaricha kan banana Ministirri Ministeera daldalaa fi walitti…
Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale.
Gareen Indaastirii Sukkaaraa Itiyoophiyaa warshichi bara 2017 hojii sukkaaraa oomishee baasuu…
Dooniin Xaa’oo biyyoo Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii geesse
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Dooniin Xaa’oo biyyoo Daappii jedhamu Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii gahuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Xaa’oon…
Dhabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa bituuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Dhaabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa baay’inaan bituuf fedhii qabaachuu beeksisan.
Jilli Mana Maree Daldalaa, Tumsa Diinagdee fi walitti Hidhamiisa…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 500 fi miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) - Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 500 fi miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.
Komishinichi hordoffii…
Baatii Muddee gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma duraan itti fufa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) -Baatii Muddee keessaa gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma baatii Sadaasaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa “Badhaasa Tuuriizimii Ikulaa” argate
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tajaajila waaraa damee bizinasiin “Badhaasa Tuuriizimii Ikulaa” 2024 Ugaandaa argateera.
Sagantichi Ugaandaa…