Browsing Category
Biiznasii
Bara baajatichaatti liqii fi deeggarsaan Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biilioonni 6 ol argame
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) - Bara baajataa 2012tti liqii fi deeggarsaan Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biilioonni 6 ol argamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Birrii…
Ministeerichi hanqina dhiyeessii Siimiintoo furuuf murteewwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) –Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii hanqina dhiyeessii Siimiintoo furuuf murteewwaan garaagaraa dabarsuu beeksise.
Hanqina sharafaa…
Beenishaanguul Guumzitti hojiileen invastimantii bu’a qabeeyyii ta’aa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa naannoo Beenishaanguul Guumzitti hojiilee invastimantiirratti bobba'an bu'a qabeeyyii ta'aa jiru jedhame.
Abbootiin…
Guyyoota 16 darban keessatti meeshaaleen koontiroobaandii gatii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona…
Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) –Guyyoota 16 darban keessatti meeshaaleen koontiroobaandii gatii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 29 olitti tilmaamamu too’atame.
Guyyoota 16 darban…
Bureetti warshaan Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 91 oliin ijaarrame oomisha yaalii eegale
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti warshaan Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 91 oliin ijaarrame oomisha yaalii eegale.
Warshichi kan ijaarrame…
Waggoottan kurnan itti aananitti daldala alaa Doolaara biiliyoona 9 ga’uuf karoorfameera
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Waggoottan kurnan itti aananitti daldala alaarraa waggaa waggaadhan galii argamu Doolaara biiliyoona 9 ga'uuf karoorfameera.
Ministeerri…
Hanqina oomishaalee qonnaa gabaa irratti mul’atu furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Hanqina oomishaalee qonnaa gabaa irratti mul'atu furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Sababii guddaan hanqinni oomishaalee qonnaa…
Baankiin Awaash ijaarsa Hidha Haaromsaatif boondii Birrii miiliyoona 25 bite
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baankiin Awaash ijaarsa Hidha Haaromsaatif Birrii miiliyoona 25 boondii bite.
Bittaan boondichaa hidhichi ijaarramee xumuramuun ummanni elektiriika…
Doolaarri Ameerikaa karaa seeran alaatin daddabarfamaa ture kumni dhibbi 4 fi kumni 49 ol qabame
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa karaa seeran alaatin daddabarfamaa ture kumni dhibbi 4 fi kumni 49 ol qabame.
Ministeerri Galiiwwanii akka beeksisetti…
Ministeerichi bara baajataa darbe Birrii biiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 33.7 walitti qabuu…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii bara baajataa darbe Birrii biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 33 fi miiliyoona dhibba 7 ol walitti qabuu beeksiseera.…