Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Awaash intarpiraayzoota xixiqaa fi giddugaleessaaf tajaajila baankii adda qopheessu ibse
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Baankiin Awaash intarpiraayzoota xixiqaa fi giddugaleessaaf tajaajilaa baankii adda qopheessu beeksiseera.
Kunis intarpiraayzoonni kunneen hojii…
Mootummaan waggoottan lamaan darbanitti birrii biiliyoona 24 boba’aaf deeggarsa taasiisu ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Baatii Amajjii bara 2013 Boba’arratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiseera.
Sadarkaa idil addunyaatti gatiin…
Magaalaa Maqalee dabalatee tajaajjilli jijjiirraa noottii birrii haaraa magaaloota naannichaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Magaalaa Maqalee dabalatee tajaajjilli jijjiirraa noottii birrii haaraa magaaloota naannichaa keessatti guyyoota 14f gaggeeffamaa ture xumuramuu…
Caaseeffamni Indaastirii Ijaarsaa ida’ama qaamolee hedduuti – Injiinara Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo Hojiilee Ijaarsaa Ityoophiyaa hojiirra oolmaa fi uwwisa seeraa Indaastirii Ijaarsaarratti qooda fudhattoota waliin magaalaa…
Baatiwwan 6 darbanitti daldala alaa Warqeerraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 35 ol…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Baatiwwan 6 darbanitti daldala alaa Warqeerraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 35 ol argamuu ibsame.
Dameewwan daldalaa alaa…
Ityoo Teeleekoom baatiwwan 6 darbanitti birrii biiliyoona 25 ol galii argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Ityoo Teeleekoom bara baajataa 2013 baatiwwan 6 darbanitti birrii biiliyoona 25 ol galii argachuu beeksise
Hojii raawwachiiftuu olaantuun Ityoo…
Baatii Muddeetti galiin Birrii biiliyoonni 22 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Baatii Muddeetti galiin Birrii biiliyoonni 22 ol walitti qabamuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalaw beeksisan.
Obbo Laaqaa…
Oomisha Qonnaaf walitti hidhamiinsa gabaa uumurratti qooda fudhattoota waliin mari’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Oomishaa Qonnaaf walitti hidhaminsaa gabaa uumuuf qooda fudhatootaa waliin marii taasiiseera.
Oomishaa biyya alaarraa…
Interpiraayiziin Daandiwwan Kaffaltii Ityoophiyaa baatiwwan 6 darbanitti birrii miiliyoona dhibba 1…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Interpiraaziin Daandiwwan Kaffaltii Ityoophiyaa birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 93 ol galii walitti qabuu beeksiseera.
Daandiin Saffisaa…
Jilli abbootii qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Jilli abbaa qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Sheehi Hamzaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Wiil Waal Garaad ga’u…