Browsing Category
Biiznasii
Ministeerri Galiiwwanii karoora waggaa kudhaniirratti mari’ate
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) –Ministeerri Galiiwwanii FDRI karoora badhaadhinaa waggaa kudhaniirratti mari'ate.
Ministeerichi waajjiraalee waamomaan isa jala jiran waliin…
Baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 ol to’atame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Guumruukii Ityoophiyaa baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu to’aachuu isaa beeksise.…
Qulqullinni buna Jimmaa gabaa gidduleessaaf dhiyaatu dabalaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Qulqullinni buna Jimmaa gabaa giddu galeessaaf dhiyaatu yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufuu Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Damee Jimmaa beeksise.…
Sirna faaynaasii hammataa babal’isuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan sirna faaynaansii hammataa babal’isuun dhaabbilee intarpiraayizii, giddugaleessaa fi xixiqqaa deeggaruun xiyyeeffannoon hojjetaa jirti…
Ministeerichi baatii 6tti galii Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27 ol walitti qabuu…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii FDRI baatiiwwan 6 darbanitti galii Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27.5 walitti qabuu beeksise.
Ministeerich…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa baatiwwan 6n darbanitti galii Birrii biiliyoona 31.8 walitti qabuu…
Finfinnee, Amajji 13, 2012(FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa baatiwwan 6n darbanitti galii Birrii biiliyoona 31.8 walitti qabuu beeksiseera.
Baankichi raawwii hojii baatii 6 gamaaggamaa…
Obbo Umar Huseen fooramii nyaataa fi qonnaa Barliin irratti hirmaatan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Jilli Ministeera Qonna FDRI obbo Umar Huseeniin durfamu fooramii nyaataa fi qonnaa addunyaa 12ffaa Barliin irratti gaggeeffamerratti hirmaate.…
Waldaan Hojii Gamtaa Uurji Oromiyaa Asallaatti giddugala gabaa Birrii miiliyoona 100 ijaarsisuufi
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Waldaan Hojii Gamtaa Uurji Oromiyaa magaalaa Asallaatti giddugala gabaa Birrii miiliyoona 100 ijaarsisuufi.
Giddugala abbaa darbii 10 magaalaa…
Wixineen labsii eksaayiz taaksii gatii konkolaattota “cc” 1300 gadii %30 gara %5tti gadi…
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Wixineen labsii eksaayiz taaksii gatii konkolaattota "cc" 1300 gadii %30 gara %5tti gadi buusa.
Kunis gatii konkolaattota manaa haaraa %83 hir'isa…
Rakkoolee indaastirii damee gogaa mudataa jiru furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Rakkoolee indaastirii damee gogaa mudataa jiru furuuf imaammata mootummaa fooyyessuu dabalatee hojiilee hedduun hojjetamaa jiraachuun ibsame.…