Browsing Category
Biiznasii
Galii Finfinnee guddisuuf maddoota addaddaa uumun ni barbaachisa -Injiinar Taakkalaa
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Galii magaalaa Finfinnee guddisuuf maddoota addaddaa uumun ni barbaachisa jedhan itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan.…
Weerara vaayrasii koroonaatin booda, Ityoophiyaan biyyoota daawwataman 7 keessaa takka jedhame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaatin booda, Ityoophiyaan biyyoota addunyaa daawwataman 7 keessaa takka ta'uun ibsame.
Barruun Foorbis weerara…
Gatii simiintoo bifa hin malleen dabaluun indaastirii ijaarsaa kan miidhu ta’uu Ministeerri…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Gatii simiintoo bifa hin malleen dabaluun indaastirii ijaarsaa kan miidhu ta'uu Ministeerri Daldalaa beeksise.
Ministeerichi qaamolee…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa oomishaalee paarkota indaastirii geejibsiisaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa oomishaalee paarkota indaastirii geejibsiisaa jiraachuu beeksise.
Daandichi oomishaalee abaaboo dabalatee…
Dargaggoota magaalaa Finfinnee kuma dhiba 2 oliif carraan hojii uumameera
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Dargaggoota magaalaa Finfinnee kuma dhiba 2 oliif carraan hojii uumameera.
Baatiiwwan kurnan darbanitti dargaggoota hoji dhabeeyyii kuma dhibba 2…
Dhaabbilee daldalaa seeran ala daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012(FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee daldalaa seeran ala daballii gatii taasisan kuma 6 olirratti tarkaanfiin fudhatamu ibsame.
Sababa weerara…
Naannoo Amaaraa Goojjaam Bahaatti kuufamni giraanaayitii tooniin miiliyoona 23 olii argame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goojjaam Bahaatti kuufamni giraanaayitii tooniin miiliyoona 23 olii argame.
Kuufamni albuudaa kun aanaalee; Baasoo…
Kibbaatti oomishtummaarratti dhiibbaa uumamuu malu hir’isuuf, deeggarsi meeshaalee qulqullinaa…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti oomishtummaarratti dhiibbaa uumamuu malu hir'isuuf, deeggarsi meeshaalee qulqullinaa ogeeyyii qonnaatif kenname.
…
Jilli obbo Shimallisiin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) –Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa dawwate.
Jilli kun…
Waltajjiin qindoominaa rakkoo invastaroota alaa furuuf hundaa’e walga’iisaa gaggeessera
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Waltajjiin qindoominaa rakkoo invastaroota alaa furuuf hundaa'e walga'iisaa gaggeessera.
Waltajjiin qindoominaa idileen kun kaleessa…