Browsing Category
Biiznasii
Gatiin boba’aa qinxaaboo haaluma duraan itti fufa
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Gatiin qinxaaboo gurgurtaa boba’aa haaluma duraan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldala fi Idaastirii beeksiseera.
Sosochiin diinagdee fi hawaasummaa…
Ayyaana waggaaf meeshaaleen bu’uraa ga’aa ta’e dhiyaate
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee ayyaana Qilleef meeshaalee bu’uraa ga’aa ta’e dhiyeessuu beeksise.
Eejansichi…
Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoo Kwaataar gaggeeffamuufi
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoo Kwaataar gaggeeffamuufi.
Fooramichi hariiroo daldalaa biyyoota lameen gidduu jiru gara sadarkaa caalutti akka…
Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa 16 tajaajila elektirooniksii fooddaa tokko hojiirra oolchuf…
Finfinnee, Muddee 23, (FBC) – Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa 16 tajaajila elektirooniksii fooddaa tokko hojiirra oolchuuf guyyaa har’aa walii mallatteessaniiru.
Minsiteerri…
Baatii Sadaasaatti daldala alaarraa Doolaarri Ameerika miiliyoonni dhibba 1 fi miiliyoonni 90.73…
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Baajata bara kanaan baatii Sadaasaatti daldala alaarraa Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibba 1 fi miiliyoonni 90.73 galiin argamu Ministeerri Daldala fi…
Biiroon Galiiwwanii naannoo Amaaraa baatii shaan keessatti galii Birrii biiliyoona 5.5 walitti qabe
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Biiroon Galiiwwanii naannoo Amaaraa baatii shaan keessatti galii Birrii biiliyoona 5.5 walitti qabuu beeksise.
Hoggantuun biirichaa aadde Bizu’aayyahu…
Daldaltoota eksaayiz taaksiin dabaleran gatii dabalan irratti tarkaanfin ni fudhatama jedhame
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Daldaltoota eksaayiz taaksiin dabale jechuun meeshaalee irratti daballii gatii taasisan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame.
Ministeerri…
Wixineen labsii eksaayiz taaksii haaraan fooyya’ee bahe meeshaalee tokko tokko irratt hir’ifama…
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Taaksii dabalata galii fooyyeessuuf qorannoon gadi fageenyaan gaggeeffamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.
Kaayyoon taaksii dabalata galii…
Agarsiisaa fi baazaariin intarpiraayizootaa baname
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Agarsiisaa fi baazaariin intarpiraayizoota xixiqqaa biyyoolessaa Finfinneetti baname.
Agarsiisichi Muddee 21 amma Muddee 27,2012tti kan turu ta'a.…
Wixineen labsii eksaayiz taaksii fooyya’ee bahe haqa qabeesummaa hawaasummaa fi diinagdee kan…
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Wixinee labsii eksaayiz taaksii haaraa fooyya’ee bahe irratti hubannoo dabalataa uumuuf mariin paanaalii Hooteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffamaa jira.…