Browsing Category
Biiznasii
Daandichi Burkiinaa Faassotii gara Fraankifartitti tajaajila fe’umsaa laachaa jira
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Burkiinaa Faassotii gara Fraankifartitti tajaajila geejiba fe'umsaa laachaa jira.
Imalli fe'isa idil addunyaa…
Oomishaaleen sadarkaa qulqullinaatii gadii akka hin galle taasifamaniiru
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Oomishaaleen sadarkaa qulqullinaatii gadii meetriik toonii 2,500 ol gara biyyaa akka hin galle taasifamaniiru.
Ooomishaaleen kanneen sadarkaa…
Weerarri vaayrasii koroonaa diinagdeerratti dhiibbaa uumuu malu hir’isuuf murteewwan…
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa diinagdeerratti dhiibbaa uumuu malu hir'isuuf murteewwan imaammataa dabarfamaniiru.
Ministir deettaan Ministeera…
Indaastirii oomishaa deeggaruun galii daldala alaa guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Rakkoo indaastirii oomishaa adda baasuun hordofuu fi deeggaruun galii daldala alaa guddisuuf hojjetamaa jira.
Ministirri Ministeera Daldalaa…
Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatiiwwan salgan darbanitti oomishaalee Birrii biiliyoona 30 olii…
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatiiwwan salgan darbanitti oomishaalee Birrii biiliyoona 30 olii walbichisiise.
Baatiiwwan salgan darbanitti…
Oomishti qonnaa kuntaalli kuma dhibba 6 ol shamattootaf dhiyaachaa jiraachun ibsame
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Oomishti qonnaa kuntaalli kuma dhibba 6 ol shamattootaf dhiyaachaa jiraachun ibsame.
Eejansiin Hojii Gamtaa Federaalaa akka beeksisetti,…
Gaazii uumamaa Ogaadeenitti misoome gabaadhaf dhiyeessuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Kuufama gaazii uumamaa sulula Ogaadeenitti misoome gabaadhaf dhiyeessuuf waliigalteen mallatteeffame.
Iddooleen 6 argama gaazii uumamaa…
Oomishtummaa indaastirii guddisuun, dhiibbaa weerara vaayrasii koroonaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Oomishtummaa indaastirii damee oomishaa guddisuudhan dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisuu malu furuuf hojjetamaa jira.
…
Daandichi fudraa fi mudraa Taanzaaniyaa gabaa Awrooppatiif dhiyeessufi
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa oomisha fudraa fi mudraa Taanzaaniyaa gabaa Awrooppatiif dhiyeessufi.
Daandichi balalii torbeetti si'a sadi taasisuuni…
Daldala Buna alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 61 argame
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Daldala Buna alaarraa baatiiwwan 9 darbanitti galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miliiyoona 61 argamu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa…