Browsing Category
Biiznasii
Gurgurtaa Humna Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 31.5 argame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) –Baatiwwan sadan darban Gurgurtaa Humna Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 31.5 argamuu Humni Elektirikaa…
Baankichi Baatii 1 keessatti daddabarsa maallaqaa Birrii biiliyoona 828 raawwachuu beeksiise
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa jijjiirraa bara haaraa as filannoowwan kaffaltii Diijitaalaan daddabarsa maallaqaa Birrii biiliyoona 828 olii raawwachuu…
Naannichi Warqee kiiloo giraama 548 ol Baankii Biyyaalessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Baatiiwwan sadan jalqabaa bara baajataa 2017’tti Naannoon Beenishaangul Gumuz albuuda Warqee kiiloo giraama 548 ol Baankii Biyyaalessa dhiyeesse.…
Qajeelfammni daldala kallattii midhaanota dheedhii fi zayiitaa ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Qajeelfamni daldala kallattii midhaanota dheedhii fi zayiitaa lakkoofsa 1026/2017 ragga’e.
Ministirri Ministeeraa Daldalaa Fi Walitti Hidhamiinsa…
Komishinichi kurmaana 1ffaa darbe keessaa galii Birrii biiliyoona 88 ol walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa bara baajataa 2017 kurmaana 1ffaa darbe keessa galii Birrii biiliyoona 88 ol walitti qabuu beeksiseera.
Komishinarri…
Itiyoophiyaan Agarsiisa Bunaa Idil Addunyaarraatti hirmaacha jirti
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan agarsiisa Buna dhandhama gaarii Idil Addunyaa Jaappaanitti qophaa’eerratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.
Agarsisichi qopheessummaa Waldaa…
Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.
Sirreefamni gatii…
Sadarkaa qulqullina Bunaa fooyyesuun sharafa alaa guddisuuf hojjetama jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Sadarkaa qulqullina Bunaa fooyyesuun sharafa alaa Buna irraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetama jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…
Giddugalli leenjii Ajaja Humna Qilleensaa fi Komaandoo loltoota bu’uuraa eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Giddugalli Leenjii Humna Qilleensaa fi Komaandoo Bilaattee loltoota bu’uuraa leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti Gorsaa Itaamaajoor…
Koreen Raawwii Naannawwaa Daldala Bilisaa Afrikaa Biyyaalessaa hojii eegale
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)-Koreen raawwii Naannawwaa Daldala Bilisaa Afrikaa biyyaalessaa guyyaa har'aa hojii eegaluun ibsame.
Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannaawa…