Browsing Category
Biiznasii
Bara 2016 Omishaalee Alergeerraa galiin Doolaara miiliyoona 765 argame-BIIO
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Bara 2016 Oomishaalee gabaa alaaf dhiyaatanirraa Galiin Doolara Ameerikaa miiliyoona 765 olii argamuu Biiroon Invastimantii fi Industirii Oromiyaa…
Galii Guddisuun dhimma ijoo fooyyeessa Diinagdee Goorooti – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Galii Guddisuun dhimmoota fooyyeessa Diinagdee Gooroo keessaa isa ijoo ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ibsaniiru.
Galii…
Baajanni bara 2017 Naannoo Amaaraa Birrii Biiliyoona 150 oliin ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajataa bara 2017 Birrii biiliyoona 150 fi miiliyoona 666 fi kuma 531 oliin raggasiseera.
Manni Maree Naannichaa yaa’ii…
Raabsaan elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaarraa dhorkame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Sadarkaa gadii kan ta’ee fi maddi isaa kan hinbeekamne Raabsaan Elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaaf akka hindhiyaanne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa…
Daandiin Qilleensichaa galii Doolara Biiliyoona 7 ol argachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti galii Doolara biiliyoona 7.02 argachuu beeksise.
Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii Qillensa…
Baajanni bara 2017 Naannoo Afaar Birrii Biiliyoona 12 oliin ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Manni Maree Naannoo Afaar baajataa Bara 2017 Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 870 oliin raggaasise.
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 6ffaa bara…
Ministeerichi kan bara darbeerra galii %70 ol caalmaa qabu walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Galiiwwanii barana kan bara darbeerraa galii %70 ol caalmaa qabu walitti qabuu beeksise.
Ministeerichi waltajjii gamaaggama raawwii bara…
Komishinichi bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 191.2 argachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 191.2 argachuu beeksiseera.
Komishinichi raawwii hojii bara 2016 Magaalaa Aarbaa…
Dhaabbatichi Bu’aa Birrii biiliyoona 8 ol argachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaana Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti bu’aa Birrii biiliyoona 8 argachuu beeksiseera.
Dhaabbatichi bara…