Browsing Category
Biiznasii
Naannichatti galiin Birrii biiliyoona 4.2 walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)- Naannoo Afaaritti bara baajataa 2016tti galiin Birrii biiliyoona 4.2 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwan naannichaa beeksiseera.
Naannichatti bara…
Bara baajataa xumurame Al ergiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.7 ol argame – Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Bara baajataa xumurame keessa Al ergiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.7 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.…
Koorporeeshinichi galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa 2016’tti galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise.
Galii waliigalaa…
Baankichi Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016 keessa Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu beeksise.
Daldala Alaarraa Doolaara…
Paarkichi oomisha bakka bu’aa Birrii biiliyoona 2.3 baasu oomishuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Adaamaa bara 2016 Oomishaalee alaa galan Birrii biiliyoona 2.3 ol baasaan biyya keessatti oomishuu beeksiseera.
Oomishaalee…
Diinagdee keessatti qooda damee daldalaa guddisuuf ammayyeessuun murteessaadha-Dooktar Kaasaahuun…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)-Diingadee keessatti qoodaa damee daldalaa guddisuuf gufuulee damicha addaa baasuu fi ammayyeessuun murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi…
Tajaajilichi galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Tajaajilli Mirkaneessaa fi Galmeessa Sanadootaa Federaalaa bara bajataa 2016 galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise.
Daayrektarri Olaanaa…
Magaalichatti galiin Birrii biiliyoona 146 ol walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti bara baajata 2016tti galiin Birrii biiliyoona 146 ol walitti qabamuu kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen…
Itiyoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii bittaaf gurgurtaaf maallaqa isaanii fayyadamuuf…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii bittaaf gurgurtaaf maallaqa isaanii fayyadamuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Bulchaan Baankii…
Maallaqni Doolaarri biliyoonni 6 ol biyyoota Alaarraa gara biyyaa ergamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Bara baajataa 2016 keessa Maallaqni Doolaarri biliyoonni 6 ol biyyoota Alaarraa gara biyyaa ergamuu Tajaajilli Diyaaspooraa Itiyoophiyaa beeksise.…