Browsing Category
Biiznasii
Paarkichi Zayita Avookadorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa alaaf dhiyeesse
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Paarkiin Indaastirii Agroo Giddugaleessaa Diillaa Zayita Avokaadoorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa Alaaf dhiyeessuu beeksise.
Zayita Avookaadoo…
Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 kan hundaa’e Maanufaakcheriingiin Galiilaa hojii eegale
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) – Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 kan hundaa'e Maanufaakcheriingiin Galiilaa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti hojii eegaleera.
Abbootiin…
Bara 2028’tti dinagdee dijitaalaa Oomishaa Waliigalaaf Birrii tiriiliyoona 1.3 gumaacha jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Bara 2028’tti dinagdeen dijitaalaa oomisha waliigalaa Itiyoophiya Birrii tiriiliyoona 1.3 gumacha jedhame.
Waltajjiin marii diiagdee dijitaalaa…
Baatiwwan sadan darban Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.5 ol argame – MDWHN
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Baatiwwan sadan darban Daldal Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.5 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Gurgurtaa Humna Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 31.5 argame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) –Baatiwwan sadan darban Gurgurtaa Humna Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 31.5 argamuu Humni Elektirikaa…
Baankichi Baatii 1 keessatti daddabarsa maallaqaa Birrii biiliyoona 828 raawwachuu beeksiise
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa jijjiirraa bara haaraa as filannoowwan kaffaltii Diijitaalaan daddabarsa maallaqaa Birrii biiliyoona 828 olii raawwachuu…
Naannichi Warqee kiiloo giraama 548 ol Baankii Biyyaalessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Baatiiwwan sadan jalqabaa bara baajataa 2017’tti Naannoon Beenishaangul Gumuz albuuda Warqee kiiloo giraama 548 ol Baankii Biyyaalessa dhiyeesse.…
Qajeelfammni daldala kallattii midhaanota dheedhii fi zayiitaa ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Qajeelfamni daldala kallattii midhaanota dheedhii fi zayiitaa lakkoofsa 1026/2017 ragga’e.
Ministirri Ministeeraa Daldalaa Fi Walitti Hidhamiinsa…
Komishinichi kurmaana 1ffaa darbe keessaa galii Birrii biiliyoona 88 ol walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa bara baajataa 2017 kurmaana 1ffaa darbe keessa galii Birrii biiliyoona 88 ol walitti qabuu beeksiseera.
Komishinarri…
Itiyoophiyaan Agarsiisa Bunaa Idil Addunyaarraatti hirmaacha jirti
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan agarsiisa Buna dhandhama gaarii Idil Addunyaa Jaappaanitti qophaa’eerratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.
Agarsisichi qopheessummaa Waldaa…