Browsing Category
Biiznasii
Naannichi Buna meetirik toonii kuma 54 fi 795 gabaa giddugaleessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)-Naannoon Kibbaa Lixa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurametti Buna dhiqamaa fi hindhiqamin meetirik toonii kuma 54 fi 795 gabaa giddugaleessaaf dhiyeesseera.…
Gurgurtaa qinxaaboo boba’arratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Ministeerichi ibsaa FBC’f…
Itiyoo Teeleekom galii Birri biiliyoona 93.7 argachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Itiyoo Teeleekoom bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 93.7 argachuu beeksise.
Hoji Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Teeleekoom Firehiiwoot…
Warshaa Awutoobisoota walitti hidhu ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Paarkii Indaastirii Maqalee keessatti Warshaa Awutoobisoota walitti hidhu Birrii miiliyoona 564 ijaaruuf dhagaan bu'uraa kaa'ameera.
Dhaabbanni biyya…
Koorporeeshinichi oomishaalee gabaaf dhiyeesserraa galii Birrii biiliyoona 5 argachuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin indaastirii keemikaalaa baatiiwwan 11’n darban oomishaalee galtee keemikaalaa gabaaf dhiyeesserraa galii Birrii biiliyoona 5 argachuu…
Godina Wallagga Lixaatti dargaggoota kuma 120 oliif carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti dargaggoota kuma 120 oliif carraan hojii uumamuu Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa godinichaa ibseera.
Godinichaa…
Naannoo Somaaleetti galiin Birrii biiliyoona 12.2 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 11’n darban galiin Birrii biiliyoona 12.28 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksise.
Biirichi Amabaasaddaroota taksiif…
Baatiiwwan 11’n darban mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni 7.5 argamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Baatiiwwan 11’n darbanitti mi’eessituuwwan gabaa alaaf dhiyaatanirraa galiin Doolara miiliyoona 7.5 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…
Itiyoophiyaan giddugala hawwattumaa invastimantii Alaan Afrikaa Bahaatti adda duree ta’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan giddugala hawwattummaa invastimantii Alaan Afrikaa Bahaatti adda duree ta’uu Gabaasni Konfiraansii Daldalaa fi Misoomaa Dhaabbata…
Itiyoophiyaan walga’ii Mana Maree Ministiroota Daldalaa Afrikaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan walga’ii 14ffaa Mana Maree Ministiroota Daldala Afrikaa Yunaayitid Rippabliika Taanzaaniyaa Zaanzibaaritti gaggeeffamaa jirurratti…