Browsing Category
Biiznasii
Itiyoophiyaan walga’ii Mana Maree Ministiroota Daldalaa Afrikaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan walga’ii 14ffaa Mana Maree Ministiroota Daldala Afrikaa Yunaayitid Rippabliika Taanzaaniyaa Zaanzibaaritti gaggeeffamaa jirurratti…
Damee Adaamaatti Baatii 11 darban galiin Birrii biiliyoona 3.1 walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 11 darban galiin Birrii biiliyoona 3.1 walitti qabamuu Ministeeraa Galiiwwanii damee Adaamaa beeksise.
Damichi kaffaltoota gibiraaf…
Waltajjiin Walbaruu Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Waltajjiin Walbaruu Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Ministir Deetaan Ministeera Indaastirii Hasan…
Baatiwwan 11’n darban galiin Birriin biiliyoonni 171.4 walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Baatiwwan 11'n darban galiin Birriin biiliyoonni 171.4 walitti qabamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Komishinichi raawwii hojii baatiwwan 11'n…
Koorporeeshinichi oomishtoota galteewwan wal’aansa fayyaa biyya keessa 2 waliin waliigaltee…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa dhaabbilee oomsihtootaa galteewwan wal’aansa fayyaa biyyaa keessaa lama waliin waliigaltee…
Akkaataa argannoo Ooditiin Birrii deebi’uu qabu miiliyoona 443 keessaa % 11 qofti deebi’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Akkaataa argannoo Ooditiin dhaabbiileen 92 Birrii akka deebisan yaadni itti kenname miiliyoona 443 keessaa % 11 qofti deebi’uu ibsameera.
Akkaataa…
Gabaan omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 baatiiwwan 11’n darbanitti Gabaan Omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuu beeksise.…
Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabe
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa baatiwwan kurnan darban gurgurtaa oomishaaleerraa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabuu beeksise.…
Naannichi Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)-Albuudaa Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyaachuu Biiroon Qabeenya Albuudaa Naannoo Amaaraa beeksise.…
Abbootiin qabeenyaa Saa’udii damee hoteelaa fi tajaajiloota tuuriizimii biroorratti hirmaachuuf…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Saa’udii damee hoteelaa abbaa urjii shanii fi tajaajiloota tuuriizimii biroorratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsan.
Abbootiin…