Browsing Category
Biiznasii
Qajeelfama Baankii Biyyaalessaan dura sanadoonni fudhatama argatan tilmaamaa sharafaa duraaniin itti…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC)–Adoolessa 22, 2016 kaasee hojiirra ooluu qajeelfama haaraa Baankii Biyyaalessaatiin dura, galmeen sanadaa gaggeeffamuun sanadoonni fudhatama argatan…
Fooyyessi Diinagdee Gooroo gaaffii bara dheeraa al ergitootaa kan deebiseedha – Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo gaaffii bara dheeraa al ergitootaa kan deebise ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar…
Paarkiiwwan indaastirii keessatti invastimantii qonna qindaa’aaf haalli mijataan…
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC)-Paarkiiwwan industirii Itiyoophiyaa keessatti invastimantii qonna qindaa’aaf haalli mijataan uumamuu Ogeessii Diinagdee Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa…
Oromiyaatti Oomishaalee alaa galan biyya keessatti oomishuun Galiin Doolaarri miiliyoonni 800…
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara 2016 keessa Oomishaalee alaa galan biyya keessatti oomishuun Galiin Doolaarri miiliyoonni 800 argamuu Biiroon Invastimantii fi…
Guyyaa har’aa dhaabbileen daballii gatii hin malle taasiisan kumni 1 fi 126 cufaman – Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa dhaabbileen daballii gatii hin malle taasiisan kumni 1 fi 126 cufamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar…
Tarkaanfiin Daldaltoota seeran ala daballii gatii taasisanii fi Meeshaalee dhoksanirratti fudhatamu…
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Tarkaanfiin Daldaltoota seeran ala daballii gatii taasisanii fi Meeshaalee dhoksanirratti fudhatamu cimee itti fufuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Guyyaa tokkotti Dhaabbileen daldaan seeraan ala gatii dabalan kumni 3 fi 512 saamsaman – MDWHN
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) - Guyyaa Kaleessaa qofa Dhaabbileen Daldalaa seeraan ala gatii dabalan kumni 3 fi 512 saamsamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Zayinni Nyaata leetirri kumni 800 Waldaalee Shamattootaaf raabsame
Finfinnee, 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullalleetti Zayinni Nyaataa leetirri kumni 800 daldaltoota seeraan alaarraa dhaalame waldaalee shamattootaaf raabsameera.…
Caalbaasii addaa sharafa alaan Doolaara Ameerikaa 1 Birrii 107.9’n gurgurame
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa caalbaasii addaa sharafa alaa gaggeesseen Doolaara Ameerikaa 1 giddugaleessaan Birrii 107.9’n gurguruu beeksise.…
Daldaltoota Seeraan Ala meeshaalee bu’uuraa dhoksanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) –Daldaltoota Seeraan Ala meeshaalee bu'uuraa dhoksanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Daldaltoota…