Browsing Category
Biiznasii
Baankichi namoonni dhuunfaan maallaqa isaanii hin taane gara dhaabbilee Tapha Jirraatti dabarsan…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa rakkoo Siistamaa mudatee ture fayyadamuun namoonni dhuunfaan maallaqa isaanii hin taane gara dhaabbilee Tapha Jirraa/…
Neetiwoorkiin Dubartoota Ogeeyyii Faayinaansii Itiyoophiyaa hundeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Fayyadamummaa faayinaansii dubartootaa guddisuuf Neetiwoorkiin Dubartootaa Ogeeyyii Faayinaansii Itiyoophiyaa hundeeffame.
Neetiwoorkichi walta’iinsa…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 622 ol deebisiise
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)-Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sababa rakkoo siistamaa mudateeniin Birrii seeraan ala fudhatamee ture miiliyoona 801 ol keessaa Birrii…
Shaggaritti abboottin qabeenyaa Kaappitalaa Birrii Biiliyoona 151 galmeessisan hojiitti galuun…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggarritti abbootiin qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 151 galmeessisan hojiitti galuu Waajjirri Invastimanti fi Indaastirii…
Daldaltoota dorgommii daldalaa hinmalle raawwatan adabbiin Birrii miiliyoona 10.4 darbe
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Daldaltoota dorgommii daldalaa hinmalle raawwatan irratti adabbiin Birrii miiliyoona 10.4 darbuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Baankichi rakkoo Siistamaa tibbana muudate akka carraatti fayyadamuun kanneen maamiltoota…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa rakkoo Siistamaa tibbana muudate akka carraatti fayyadamuun kanneen maamiltoota waliindhahuuf yaalaan…
Tajaajila dijitaalaan daddabarsi maallaqaa Birrii tiriiliyoona 10 ol gaggeeffameera-Baankicha
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Baatiiwwan 8’n darban tajaajila dijitalawaan daddabarsi maallaqaa Birrii tiriiliyoona 10 ol gaggeeffamuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa tajaajila sababa rakkoo siistamaan adda cite eegalchiisuuf hojjechaa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa sababa rakkoo siistamaan tajaajilli Intarneetii, moobaayilaafi CBE Birr' adda akka cite beeksiseera.
Rakkoo mudateen…
Bulchiinsa Taaksii fooyyeessuu fi dandeettii galii walitti qabuu naannolee cimsuun kallattii…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Taaksii fooyyeessuu fi dandeettii galii walitti qabuu naannolee guddisuun kallattii fuulduraa ta’uu Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde…
Ministeerichi kaffaltoota gibiraafi taaksiif damee Adaamaaf beekamtii kenne
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii Kaffaltoota Gibiraa fi Taaksii damee Adaamaaf beekamtii kenneera.
Ministeera Galiiwwaniitti Waajjirri Damee Adaamaa…