Browsing Category
Biiznasii
Intarpiraayizichi galii Birrii miiliyoona 514 ol argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Intarpiraayiziin Daandiiwwan Kaffaltii Itiyoophiyaa baatiiwwan ja’an darban galii Birrii miiliyoona 514 ol argachuu beeksise.
Intarpiraayizichi…
Daldala alaa Albuudaarraa galiin Doolaara miiliyoona 142 olii argame
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Daldala alaa Albuudaarraa galiin Doolaara miiliyoona 142 olii argamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.
Galiin argames albuudaa Warqee, Tantaalaamii, Oorii…
Tajaajilichi baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23 ol argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) -Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23.45 ol argachuu beeksiseera.
Dhaabbatichi walakkaa waggaa…
Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birriin biiliyoonni 57 ol walitti qabamun ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darbanitti galiin Birriin biiliyoonni 57.1 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksise.
Bara bajatichatti…
Warshaa oomisha talaallii Doolara miiliyoona 70’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Warshaa Oomisha talaallii Doolaara miiliyoona 70’n ijaaruuf Paarkii Indaastirii Qilinxootti dhagaan bu’uuraa kaa’ame.
Saganticharratti Walitti Qabduun…
Oromiyaatti baatiwwan Jahaan darban damee Turizimiirraa galiin Birriin biiliyoonni 25 argame
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan Jahaan darban damee Turizimiirraa galiin Birriin biiliyoonni 25 argamuu Biiroon Aadaa fi Turizimii naannichaa beeksiseera.…
Oromiyaatti Baatiwwan jahaan darban dhaabbilee daldalaa kuma 98 olirratti tarkaanfiin bulchiinsaafi…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Baatiwwan jahaan darban dhaabbilee daldalaa kuma 98 olirratti tarkaanfiin bulchiinsaafi seeraa fudhatamuu Biiroon Daldalaa naannichaa…
Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.…
Dirree Dhawaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Daldalaa, Indastirii…
Suphaan Warshaa Sukkaaraa Oomoo Kurraazii lakkoofsa lamaa xumuramuun oomisha eegale
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Suphaan Warshaa Sukkaaraa Oomoo Kurraazii lakkoofsa lamaa xumuramuun oomisha eegaluu ibsameera.
Warshichi Shankoora lafa hektaara kuma 3 fi 600 irratti…