Browsing Category
Biiznasii
Koorporeeshinichi oomishtoota galteewwan wal’aansa fayyaa biyya keessa 2 waliin waliigaltee…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa dhaabbilee oomsihtootaa galteewwan wal’aansa fayyaa biyyaa keessaa lama waliin waliigaltee…
Akkaataa argannoo Ooditiin Birrii deebi’uu qabu miiliyoona 443 keessaa % 11 qofti deebi’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Akkaataa argannoo Ooditiin dhaabbiileen 92 Birrii akka deebisan yaadni itti kenname miiliyoona 443 keessaa % 11 qofti deebi’uu ibsameera.
Akkaataa…
Gabaan omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 baatiiwwan 11’n darbanitti Gabaan Omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuu beeksise.…
Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabe
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa baatiwwan kurnan darban gurgurtaa oomishaaleerraa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabuu beeksise.…
Naannichi Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)-Albuudaa Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyaachuu Biiroon Qabeenya Albuudaa Naannoo Amaaraa beeksise.…
Abbootiin qabeenyaa Saa’udii damee hoteelaa fi tajaajiloota tuuriizimii biroorratti hirmaachuuf…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Saa’udii damee hoteelaa abbaa urjii shanii fi tajaajiloota tuuriizimii biroorratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsan.
Abbootiin…
Omisha Aannaanii ulaagaa qulqullinaa hineegne gabaarratti argamu hawaasni akka hinfayyadamne…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Aannaan ulaagaa qulqullinaa hinguunne gabaarratti argaman hawaasni akka hinfayyadamne Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa hubachiise.…
Fooramiin Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Saa’udii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Fooramiin Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Saa’udii Golahambaa Saayinsii Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Hoggantoonni Waajjira Ministira Muummee,…
Gurgurtaan Qinxaaboo boba’aa gatii gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Gurgurtaan qinxaaboo boba’aa gatii gurguramaa jiruun akka itti fufu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Manni Maree…
Baatiiwwan kurnan darban Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Baatiiwwan kurnan darban Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Abbaan Taayita Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…