Browsing Category
Biiznasii
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Baatiiwwan afran darban galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Naannoo Beenishaangul Gumuz beeksise.
Daayrektarri…
Gatiin gurgurtaa Boba’aa Qinxaaboo haaluma tureen itti fufa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Baatii Muddee keessa Gatiin gurgurtaa Boba'aa Qinxaaboo haaluma Baatii Sadaasaa keessa tureen kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Waliti…
Godina Arsiitti Fooramiin Invastimentii mootummafi abbootii qabeenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Godina Arsiitti Fooramiin Invastimentii mootummafi abbootii qabeenyaa gaggeeffameera.
Hogganaa Biiroo Invastimantiifi Indaastirii Oromiyaa Obbo Ahimad…
Waldaaleen Hojii Gamtaa hojii baay’ina isaanii madaalu hojjechaa hin jiran jedhame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa hojii baay’ina isaanii madaalu hojjechaa kan hin jirre ta’uu Komishiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Naannichatti Oomishni Barbaree bal’inaan gabaaf dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) –Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti Oomishni Barbaree bal’inaan gabaaf dhiyaachaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiise.
Godinaalee…
Dhaabbileen misoomaa kurmaana 1ffaa darbe keessa galii Birrii biiliyoona 249 ol argachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Dhaabbileen misooma mootummaa Dhaabbata Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaan bulan kurmaana 1ffaa darbe keessa galii Birrii biiliyoona 249 ol argachuu…
Oromiyaatti konkolaattota caalbaasiin dhabamsifamanirraa galiin Birrii miiliyoona 25 argame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti konkolaattota manneen hojii mootummaa naannichaatti tajaajilaa ala ta’an caalbaasiin dhabamsiisuun galiin Birrii miiliyoona 25 argame.…
Daawwattoota biyya keessaarraa galiin Birriin biiliyoonni 14, kan biyya alaarraa Doolaarri…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Kurmaana1ffaa darbe keessa daawwattoota biyya keessaarraa galiin Birriin biiliyoonni 14, kan biyya alaarraa ammoo Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu…
Baatiiwwan sadan darban indaastirii maanufaakchariigiin bu’aalee jajjabeessan galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban indaastirii maanufaakchariigiin galmoonni ijoon karoorfaman bu’aalee jajjabeessaa galmeessuu Ministeerii Indaastirii ibse.…
Kurmaana jalqabaatti galiin Birriin biiliyoonni 109 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaatti sadarkaa biyyaleessaatti galiin Birriin biiliyoonni 109 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksisee.
Raawwiin karoora…