Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 525 olitti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 525 olitti tilmaamamu naannoo Somaaleetti to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Hordoffii cimaa…
Baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 425 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Baatiwwaan kurnan darban galii Birrii Biiliyoona 425.27 walitti qabuu Ministeerri Galiiwwaanii beeksise.
Ministirri Ministeera…
Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.…
Magaalichatti Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darban Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…
Itiyoophiyaan oomishawwan 96 kanaan dura alaa galchaa turte biyya keessatti omishuufi
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan oomishawwan 96 kan kanaan dura alaa galchaa turte biyya keessatti omishuuf ta’uu Ministeerri Indaastirii beeksiseera.…
Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun…
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu dandeettii Oomishtummaa Indaastirii biyya keessa guddiseera –…
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu dandeettii Oomishtummaa Indaastirii biyya keessa guddisuu Pireezidaantoonni naannolee ibsan.
Sosochichi oomisha alaa…
Bu’aa qabeessumaa Daldala Walabaa naannawaa Afrikaaf dhaabbileen tajaajila qulqullina qabu…
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Bu’aa qabeessumaa Daldala Walabaa naannawaa Afrikaaf dhaabbileen tajaajilaa fi oomisha qulqullina qabu dhiyeessuun akka irraa eegamu ibsameera.
Mata duree…
Godinichatti Qullubbii Diimaa fi Timaatima lafa hektaara kuma 14 irratti misoomerra callaa kuntaalli…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti Qullubbii Diimaa fi Timaatima lafa hektaara kuma 14 irratti misoomerra callaa kuntaalli kumni 940 ol argamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Ministeerichi raawwii hojii baatiwwan 9…