Browsing Category
Biiznasii
Waliigalteen Sanadaa dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasiisu…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Dhaabbata Idil Addunyaa Heefar jedhamu waliin Sanada waliigaltee dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamamu Buufata To’annoo Albarakateetti to’atamuu ibsameera.
Moobaayiloonni kumni 2 fi…
Damee holtiikaalchariirraa galii Doolaara miiliyoona 741 ol argachuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Bara 2016’tti, damee Holtiikaachariirraa galii Doolaara miiliyoona 741.8 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi…
Baatiiwwan sadan darban Birrii tiriiliyoona 1.3 daddabarfameera-BDI
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darbanitti tajaajila baankii dijitaalawaan daddabarsi maallaqa Birri tiriiliyoona 1.3 taasifamuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Gurgurtaa elektirikiirraa galiin Doolaara Miiliyoona 21.4 argameera-HEI
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan bara baajataa kanaa darbanitti Itiyoophiyaan gurgurtaa humna elektirikii biyyoota ollaaf dhiheessiteen galii Doolaara miiliyoona 21.4…
Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 245tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 245tt olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii Onkololeessa…
Baankiin Gadaa tajaajila Galmeessaa fi mirkaneessa Ragaalee waliin sanada waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Erga hundaa'ee baatiwwan sagal kan lakkoofsise Baankiin Gadaa tajaajila Galmeessaa fi Mirkaneessa Ragaalee waliin sanada waliigaltee mallatteesseera.…
Warqeen kiiloo giraamni 4.9 seeran ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Warqeen kiiloo giraamni 4.9 seeran ala daddabarfamaa ture magaalaa Asoosaatti shakkamtoota lama waliin to’atamuu Poolisiin beeksise.
Hordoffii…
Warshaan guyyatti seeramikii karee meetira kuma 18 oomishu hojii eegaluufi
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (Fbc)- Warshaan guyyatti seeramikii karee meetira kuma 18 oomishu dhiyeenyaatti hojii akka eegalu Ministeerri Magaalaa Fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.…
Gatiin gurgurtaa boba’aa qinxaaboo haalumaa baatii Fulbaanaan itti fufa jedhame
Finfinnee, Onkololeesa 6, 2016 (FBC) - Gatiin gurgurtaa boba'aa qinxaaboo haalumaa baatii Fulbaanaan kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksiseera.…