Browsing Category
Biiznasii
Baatiiwwan sadan darban indaastirii maanufaakchariigiin bu’aalee jajjabeessan galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban indaastirii maanufaakchariigiin galmoonni ijoon karoorfaman bu’aalee jajjabeessaa galmeessuu Ministeerii Indaastirii ibse.…
Kurmaana jalqabaatti galiin Birriin biiliyoonni 109 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaatti sadarkaa biyyaleessaatti galiin Birriin biiliyoonni 109 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksisee.
Raawwiin karoora…
Baatiiwwan sadan darbanitti mallaqaa alaa ergameera galiin Doolara biiliyoona 1 ol argame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa 2016 mallaqaa alaa gara Itiyoophiyaatti ergameerra galiin Doolaraa biiliyoona 1.1 argamuun ibsame.
Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti…
Kurmaana jalqabaatti meeshaaleen galii fi ba’ii meetirik toonii miiliyoona 4 geejjibsiifameera
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2016’tti meeshalee daldalaa alaa fi galii meetirik toonii miiliyoona 4 geejjibsiifamuu Ministeerrii Geejjibaa fi…
Aanaa Shanan Dhuuggootti qonnaan bultoonni kumni 15 mala ammayyaan sangoolii gabbisaa jiru jedhame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuugootti qonnaan bultoonni kumni 15 mala ammayyaan sangoolii gabbisaa jiraachuu ibsameera.
Aanichatti bara dabre…
Yaa’iin Midhaan Dheedhii fi Mi’eessituuwwanii idil addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Yaa’iin Midhaan Dheedhii fi Mi’eessituuwwanii idil addunyaa 12ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree ‘ Itiyoophiyaa madda…
Sirna daldala boba’aa dijitaalaan gurgurtaa fi Bittaan Birrii biiliyoona 124 raawwatamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Erga Sirna daldala boba’aa dijitaalaan hojiirra ooluu eegalee gurgurtaa fi Bittaan Birrii biiliyoona 124 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii…
Baankichi maamiltoota CBE Nuur waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa maamiltoota CBE Nuur waliin mari'ateera.
Baankichi mata duree 'Abdii ifaa, boqonnaa bu'aa qabeessa' jedhuun kabaja CBE…
Turistoota naannoo Oromiyaa daawwatanirraa galiin Birrii biiliyoona 19’tti siqu argamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Kurmaana 1ffaa darbe keessa Turistoota naannoo Oromiyaa daawwatanirraa galiin Birriin biiliyoona 19’tti siqu argamuu Komishiniin Turuzimii Oromiyaa…
Daandiin Qilleensichaa Dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee bittaa xiyyaarota 67 mallatteesse
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa seenaa Aviyeeshinii Afrikaa keessatti olaanaadha kan jedhame Dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee bittaa xiyyaarota Jeettii…