Browsing Category
Biiznasii
Baatii Hagayyaa Buna gabaa alaaf dhiyaateen galiin Doolaara miiliyoona 140 argame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)-Baatii Hagayyaa keessaa oomisha Bunaa toonii kuma 27 dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona 140 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…
Baankiin Hojii Gamtaa “Michuu Guyyaa” fi “Michuu Wabii” ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Baankiin Hoji Gamtaa Oromiyaa tajaajila liqaa dijitaalawaa wabii hingaafanne ifoomseera.
Tajaajilichi sadarkaa biyyaatti kan jalqabaa ta’uu kan eere…
Oromiyaatti bara 2016 Gaagura ammayyaa miiliyoona 1 dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara 2016 Gaagura ammayyaa miiliyoona 1 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Naannichatti bara kana oomisha dammaa toonii kuma 113…
Dhiyeessii boba’aa Beenzilaa fi Naafxaarratti daballiin oomishaa taasifame
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dhiyeessii oomisha Beenziinaa irratti hanqina mul’atu hordofee daballiin oomishaa %8 taasifamuu Abbaan Taayitaa Inarjii fi Boba’aa beeksise.
Daayrektarri…
Shakkamtoonni maallaqa sobaa maxxansuun raabsaa turan 4 to’ataman
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa sobaa maxxansuun raabsaa turanii fi karaa seeran alaa daddabarsaa turan 4 to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa beeksiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa ‘Ominii Pilaas’ jedhamu har’aa eegalee hojiirra oolchuu beeksiiseera.
Fedhii maamiltootaa guutuuf…
Gabaan oomisha Itiyoophiyaa daldala oonlaayinii hojiirra oolchuufi
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Gabaan Omisha Itiyoophiyaa bittoonni fi gurgurtoonni bakkaa jiranii daldala oonlayiniin akka gaggeessaniif pirojektii dandeessisu hojiiraa oolchuuf ta’uun…
Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen gatii madaallawaan akka dhiyaatan hojjetamaa jira – KQBQM
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen gatii madaallawaan akka dhiyaatan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Qonnaan Bulaa fi Qonna Magaalaa Finfinnee…
Sagantaan Al- ergee Avokaadoo Sanyii Filatamaa Godina Jimmaatti Jalqabsiifame
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Sagantaan Al- ergee Avokaadoo Sanyii Filatamaa Godina Jimmaa Aanaa Qarsaatti jalqabsiifameera.
Godina Jimmaa Aanaa Qarsaatti Avokaadoo sanyii fooyya'aa…
Oromiyaatti bara dhufu damee albuudaarraa galii Birrii biiliyoona 2.2 argachuuf karoorfameera
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Bara 2016 damee albuudaarraa galii Birrii biiliyoona 2.2 argachuuf karoorfamuu Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa beeksise.…