Browsing Category
Biiznasii
Baankichi bara kana maamiltoota tajaajila baankii dhalarraa bilisaas Birrii biiliyoona 6 ol liqeesse
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Baankiin Oromiyaa bara kana maamiltoota tajaajila baankii dhalarraa bilisaaf Birrii biiliyoona 6 ol liqeessuu beeksiise.
Baankichi Ayyaana Waggaa 10ffaa…
Faddaaltota seeraan alaa 790 irratti tarkaanfiin bulchiinsaa fudhatame – MDWHN
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Faddaaltota seeraan alaa 790 irratti tarkaanfiin bulchiinsaa fudhatamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Baatiwwan 5n…
Oomishaafi oomishtummaa dabaluu fi qulqullina oomishaa mirkaneessuuf walii galteen hojii mallataa’e
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Oomishaafi oomishtummaa dabaluu fi qulqullina oomishaa mirkaneessuuf dhaabbanni O -piroodiwusii fi giddu galli kalaqaa Kaayizinii Itiyoophiyaa walii galtee…
Waliigalteen konkolaataa Laadaa omishuu fi warshaluuf dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Raashiyaa oomishaa konkolaataa Laadaa fi Itiyoo Injiinaraiingi Giruuppi Ityoophiyaatti konkolaattootaa omishuu fi warshaluuf kan dandeessisu…
Agarsiisni oomisha qonnaa Itiyoophiyaa beeksisu Dohaatti baname
Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Agarsiisni oomisha qonnaa Itiyoophiyaa beeksisu Kuwaatar Dohaatti banameera.
Agarsiisa oomishaalee Muduraa fi Kuduraa idil addunyaa Kuwaatar Dohaatti…
Tajaajilli Faayinaansii Liizii Baankii Misoomaa Birrii biiliyoona 11’tti guddate
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waggoottan sadan darban Tajaajilli Faayinaansii liizii Baankii Misoomaa Itiyoophiyaa Birrii Biiliyoona 2 irraa gara Birrii Biiliyoona 11’tti guddachuun…
Intarpiraayiziin Daandiiwwan Kaffaltii Itiyoophiyaa fooyyessa taarifaa taasise
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Intarpiraayiziin Daandiiwwan Kaffaltii Itiyoophiyaa daandilee bulchu Finfinnee-Adaamaa, Dirree Dhawaa-Daawwaalee fi Mojoo-Baatuu irratti Mudde 3, 2016 irraa…
Kuufamni maallaqa Baankii Oromiyaa Birrii biilliyoona 54 ol qaqqabe
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Kuufamni maallaqni Baankii Oromiyaa Birrii biilliyoona 54.3 qaqqabuu baankichi beeksise.
Baankiin Oromiyaa Yaa’ii Waliigalaa Abboottii Aksiiyoonaa…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Baatiiwwan afran darban galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Naannoo Beenishaangul Gumuz beeksise.
Daayrektarri…
Gatiin gurgurtaa Boba’aa Qinxaaboo haaluma tureen itti fufa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Baatii Muddee keessa Gatiin gurgurtaa Boba'aa Qinxaaboo haaluma Baatii Sadaasaa keessa tureen kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Waliti…