Browsing Category
Biiznasii
Daandiin Qilleensichaa balaalli tajaajila fe’umsaa haaraa gara Kazaabilaankaatti taasisu eegale
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balaallii tajaajila fe’uumsaa haaraa gara Kazaabilaankaa Morookootti taasisu eegaleera.
Kana hordoffee Daandiin…
Filmaatawwan dijitaalawaan daldalli Birrii tiriiliyoona 2.8 raawwatameera-BDI
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti filmaatawwan dijitaalaan daldalli Birrii tiriiliyoona 2.8 raawwatamuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise.
Diviizhinii…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa haaluma amma jiruun itti fufa-MDWN
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Gatiin gurgutaa qinxaaboo boba’aa gatii amma gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiisa Naannawaa beeksise.
Haaluma…
Birrii Biiliyoonni 27 deeggarsa boba’aaf ooluun ibsame
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Deeggarsi boba’aa taasifamuu erga eegalee hanga Mudde 19, 2016tti Birrii biiliyoonni 27 deeggarsaaf baasii ta’uu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.…
Daandiin Qilleensicha lammiilee dhalattoota 2ffaa ala jirataaniif gatii Tikkeettii fi keessummeessa…
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Itiyoophiyaanoota dhalattoota 2ffaa ala jirataan waamicha taasiifame hordofee gara biyyaa dhufaniif gatii Tikkeettii fi…
Baatiwwan shanan darban Oomisha damee Indaastiriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 131 argame
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) - Baatiwwan shanan darban Oomisha damee Indaastirii alatti ergamerra galiin Doolaarri miiliyoonni 131 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.
Dhiibbaan…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 345tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) - Muddee 5 - 11, 2016tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 345tti tilmaamaman to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Meeshaaleen karaa…
Bulchiinsi magaalaa Shaggar Waliigalteen Invastimantii 604 addaan cituu beeksise
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Carraa Invastimantii magaalichaa ilaachisee miidiyaaleef ibsa kenneera.
Hundeeffama magaalaa Shaggar dura Invastimantiin lafa…
Baankichi Tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaan Birrii biiliyoona 100 ol kuusu beeksise
Finfinnee, Muddee 13, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa waggootaan 10’n darbaan Tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaan (CBE-Noor) Birrii biiliyoona 100 ol kuusuu beeksise.
Waggaa…
Korporeeshinichi Oomishaalee Indaastirii Paarkiwwaaniin oomishanirra galii Doolaarri biiliyoonni 1.2…
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Baatiwwan shanan darban keessaa Oomishaalee Indaastirii Paarkiwwaaniin oomishanirra galii Doolaarri biiliyoonni 1.2 argachuu Korporeeshiniin Misooma…