Browsing Category
Biiznasii
Oomishtoonni galteewwan qonnaa Raashiyaa Afrikaatti oomishtummaa guddisuuf gahee isaanii kan bahan…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Oomishtoonni galteewwan qonnaa Raashiyaa Afrikaatti oomishtummaa guddisuuf tattaaffii taasiifamu deeggaruuf murannoo qabaachuu ibsaniiru.
Walga’iin…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birri miiliyoona 389’tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 389’tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi hordoffii Adoolessaa 7-13,…
Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa gabaa Oomisha Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa dameewwan hojii adda addaarraatti hirmaatan 20 sochii daldalaa gabaa Oomisha Ityoophiyaa daawwataniiru.
Abbootiin…
Komishinar Laliseen jila Dhaabbata Teeknooloojii Jeedii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) –Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Komishinar Lalisee Nameen jila Dhaabbata Teeknooloojii Jeedii Chaayinaa waliin mari’ataniiru.…
Sirna kaffaltii elektirooniksiin bittaa fi gurgurtaan boba’aa Birrii biiliyoona 71 olii gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)-Bara baajataa xumurameetti sirna kaffaltii elektirooniksiin bittaa fi gurgurtaan boba’aa Birrii biiliyoona 71 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi…
Koorporeeshiniin Paarkiiwwan Indaastiirii Mana Maree Daldalaa Eeshiyaa Afrikaa waliin waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)-Koorporeeshiniin Paarkiiwwaan Indaastiiri Ityoophiyaa Mana Maree Daldalaa Eeshiyaa-Afrikaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan.…
Ityoo Teeleekoom bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 75.8 argachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Ityoo Teeleekoom bara baajataa xumurame Tajaajiloota 203 dhiyeessuun galii Birrii biiliyoona 75.8 argachuu beeksiseera.
Hojii Rawwaachistuu Olaantuun…
Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 mala kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 filannoowwan kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu Baankiin Daldala Ityoophiyaa beeksise.
Baankichi…
Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaarratti hirmaatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaa 2023 irratti hirmaachuu Ministeerri Indaastirii beeksise.
Agarsiisichi Oomisha fi…
Chaayinaatti gabaan Buna Ityoophiyaa guddata jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Chaayinaatti fedhiin Buna Ityoophiyaa bituu dabalaa dhufuu ibsameera.
Biyyattiitti lakkoofsi namoota Buna Ityoophiyaa filatanii bitanii fi dhuganii…