Browsing Category
Biiznasii
Oomishaalee biyya alaatti ergaman irraa galiin Doolaara biiliyoona 3.64 argameera
Finfinnee, Hagayya 15 ,2015 (FBC)- Bara baajataa 2015’tti oomishaalee biyya alaatti ergaman irraa galiin Doolaara biiliyoona 3.64 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Waldaan Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Addis gara Baankiitti guddate
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Addis moggaasaa “Waldaa Aksiyoonaa Baankii Sikkeet” jedhuun gara Baankiitti guddachuu beeksise.
Dhaabbatichi…
Lukkuuwwan sanyii fooyya’oo miiliyoona 35 dhiyeessuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara 2016 tti lukkuuwwaan Sanyii fooyya’oo miiliyoona 35 dhiyessuuf hojjetama jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Cuuciiwwan…
Godinichatti bara baajataa kana Gaagura Ammaayyaa kuma 180 ol raabsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti bara baajataa kana Gaagura Ammaayyaa kuma 180 ol raabsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera.
Godina…
M-PESA’n Ityoophiyaatti tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Saafaariikom gama moobaayilaan tajaajila daddabarsa maallaqaa ‘M-PESA’ jedhamu eegaluu beeksise.
Dhaabbatichi eeyyaama tajaajilchaa Baankii Biyyaalessaa…
Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Galii Birrii biiliyoona 4.3 ol argate
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii bara baajataa xumurame Galii Birrii biiliyoona 4.3 ol argachuu beeksiise.
Dameen Maanuufaakcheriingii humna…
Zayiitiin nyaataa liitirri miiliyoona 16 torbee dhufu gara biyyaa galfama
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)- Zayiitiin nyaata biyya alaa irraa bitame liitirri miiliyoona 16 torbee dhufu gara biyya keessaa akka galfamu Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii…
Naannichi buna toonii kuma 40 ol gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuu beeksise
Finfinnee, hagayya 7, 2015(FBC)- Naannoon Kibba-Lixa Ityoophiyaa bara baajataa 2015 lafa heektaara kuma 560 irratti buna misoomsuun oomishicha toonii kuma 40 ol gabaa giddugaleessaaf…
Qaala’iinsa gatii tasagabbeessuuf fooyya’iinsi imammata maallaqaa taasifamuufi
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Qaala’iinsa gatii tasagabbeessuuf kan dandeessisu fooyya’iinsa imammata maallaqaa taasisuuf murteeffamuu Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Hojmaata walxaxaan sukkaarri bitame biyya keessa hingalfamne
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Biyyaa sukkaarri irraa bitametti hojmaata walxaxaa mudateen walqabatee dhaabbanni caalbaasi injifate oomishicha gara Ityoophiyaa galchuu akka hindandeenye…