Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 355 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Caamsaa 18 – 24, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 355 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Hordoffii…
Gatiin boba’aa idil addunyaa ol ka’uun mala jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Bara faranjootaa baatii Hagayyaa eegalee daldala alaa boba’aa isheerratti guyyatti baarmeelaa miiliyoona 1 hir’isuuf Karoorfachuu Saa’ud Arabiyaan…
Baankiin Raammis eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Tajaajila baankii dhalarraa bilisaa kennuuf kan hundeeffame Baankiin Raammis eebbifamuun hojii eegale.
Baankichi kaappitaalaa Birrii biiliyoona 2 oliin…
Sirna bittaan walqabatee qisaasama maallaqa mootummaa hanbisuuf hojjetamaa jira – BMO
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Sirna bittaan walqabatee qisaasama maallaqa mootummaa hanbisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Maallaqaa Oromiyaa beeksiseera.
Naannoo Oromiyaatti…
Qabeenya dhaabbilee deeggartootarraa argame lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa dhiyeessa tajaajila bu’uuraa irratti qooda fudhattoota waliin gamaaggama gaggeessaa jiraachuu eerameera.
Ministeerichi…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 161 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Caamsaa 11- 17, 2015 Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 161 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Meeshaaleen karaa…
Liqiin baankonni kennan haqa qabeessaafi fayyadamummaa namoota hedduu kan mirkaneesse ta’uu qaba-…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Liqiin baankonni kennan haqa qabeessaafi fayyadamummaa namoota hedduu kan mirkaneesse ta’uu qaba jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo…
Baankiin Zaman Gamoo Waajjira Muummee Birrii biiliyoona 1.5 ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 19, 2015(FBC)- Baankiin Zaman Gamoo Waajjira Muummee isaa baasii Birrii biiliyoona 1.5’n ijaarsise eebbisiiseera.
Sirna eebbicharratti Bulchaa Baankii Biyyaleessaa Obbo…
Naannichatti sagantaa jalqabsiisa sosochii gibiraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti sagantaan jalqabsiisa sosochii gibiraa fi kaffalttoota gibiraa amanamoof beekamtii kennuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Birriin biiliyoonni 28 ol galii gibira miliqsuurraa baraaramuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Birriin biiliyoonni 28 ol galii gibira miliqsuurraa baraaramuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Baatiiwwan kurnan darbanitti Daayirektoreetiin Odiitii…