Browsing Category
Biiznasii
Oromiyaatti barana damma toonii kuma 114 argachuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Oromiyaatti barana damma toonii kuma 114 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Damma misoomu keessaa % 10 sharafa…
Workishooppiin Naannawaa Daldala Bilisaa Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Workishooppiin naannawaa Daldala Bilisaa Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffamuu eegalee jira.
Workishooppiin kun Itiyoophiyaatti Naannawaan…
Itiyoophiyaan gogaa fi kal’ee irraa galii argachuu qabdu argachaa hinjirtu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Sadarkaa Biyyaalessatti oomisha gogaa fi kal’ee waggaatti miiliyoona 41 ol oomishamu keessaa miiliyoonni 22 qofti tajaajilaaf akka ooluu Ministirri…
Waliigalteen Sanadaa dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasiisu…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Dhaabbata Idil Addunyaa Heefar jedhamu waliin Sanada waliigaltee dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamamu Buufata To’annoo Albarakateetti to’atamuu ibsameera.
Moobaayiloonni kumni 2 fi…
Damee holtiikaalchariirraa galii Doolaara miiliyoona 741 ol argachuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Bara 2016’tti, damee Holtiikaachariirraa galii Doolaara miiliyoona 741.8 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi…
Baatiiwwan sadan darban Birrii tiriiliyoona 1.3 daddabarfameera-BDI
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darbanitti tajaajila baankii dijitaalawaan daddabarsi maallaqa Birri tiriiliyoona 1.3 taasifamuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Gurgurtaa elektirikiirraa galiin Doolaara Miiliyoona 21.4 argameera-HEI
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan bara baajataa kanaa darbanitti Itiyoophiyaan gurgurtaa humna elektirikii biyyoota ollaaf dhiheessiteen galii Doolaara miiliyoona 21.4…
Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 245tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 245tt olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii Onkololeessa…
Baankiin Gadaa tajaajila Galmeessaa fi mirkaneessa Ragaalee waliin sanada waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Erga hundaa'ee baatiwwan sagal kan lakkoofsise Baankiin Gadaa tajaajila Galmeessaa fi Mirkaneessa Ragaalee waliin sanada waliigaltee mallatteesseera.…