Browsing Category
Biiznasii
Yuuniyeenonniifi Waldaaleen qaala’insa gabaa tasgabbeessuuf Oomishaalee dhiyaassaa jiru – EBWHGO
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Yuuniyeenonniifi Waldaaleen Hojii Gamtaa fayyadamtootaaf oomisha dhiyeessuun qaala’insa gabaa tasgabbeessaa jiraachuu Ejansiin Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa…
Warshaan Simmiintoo fi sibiilaa dirree dhawaatti ijaaramu hanqinaa meeshaalee ijaarsaa fura-Aadde…
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Dirree Dhawaatti kan ijaaramu warshaan simmintoo, nooraa fi sibiilaa hanqina meeshalee ijaarsaa akka furuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Baankiin Siinqee tajaajila dhalarraa bilisaa ‘Siinqee Ihsaan’ jedhamu ifatti eegalchiise
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Baankiin Siinqee tajaajila dhalarraa bilisaa ‘Siinqee Ihsaan’ jedhamu ifatti eegalchiisuu beeksisie.
Baankichi har’a miidiyaaleef ibsa laateera.…
Waxabajjii 2014 eegalee mootummaan Birrii biiliyoona 9.8 deeggarsa boba’aaf taasiseera-Ministeericha
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC)- Baatii Waxabajjii 2014 eegalee mootummaan Birrii biiliyoona 9.8 deeggarsa boba’aaf taasisuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Akkaataa Oomishtoota midhaan zayiitaa fi oomishtoota zayitaa walitti hidhuun danda’amurratti…
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Akkaataa oomishtoota midhaan zayiitaa fi oomishtoota zayitaa gidduutti walitti hidhamiinsa uumuun danda’amurratti mari’atame.
Waltajjiin Ministeeraa…
Faddaaltota gabaa jeeqan sirna gabaa keessaa baasuun ayyaanota dhufaniif qophii gahaan taasifamuu…
Finfinnee, Eebla 2, 2015(FBC)- Faddaaltota gabaa jeeqan sirna gabaa keessaa baasuun ayyaanota dhufaniif qophii gahaan taasifamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Dhaabbanni Oomisha Simmintoo Chaayinaa Ityoophiyaatti damicharratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarraa Darrabaw dura Taa’aa Dhaabbata Siinoomaa Idil Addunyaa fi Daayrektara Olaanaa CNBM Luu Yaan waliin…
Qaala’iinsa gatii Oomisha Xaafii mudate furuuf hojjetamaa jira-BDO
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC) – Oromiyaatti qaala’iinsa gatii Oomisha Xaafii mudate furuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise.
Godinaalee Oromiyaa keessatti…
Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaadaa yaadatame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaandaarratti raawwatame yaadatame.
Sirna yaadannoo Galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamerratti Ministir…
Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii madaallawaan hawaasaaf akka dhiyaatan hojjetamaa jira -BDO
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) –Ayyaanoota torbee itti aanaan kabajamaniin walqabatee hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon…