Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 238 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Waxabajjii 16- 22, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 238 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Dhimmicha…
Ityoophiyaan bittaa fi gurgurtaa mobaayilaan raawwatamuun Doolaara biiliyoona 5.3 dabalataan…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Bara faranjootaa 2023’tti galii biyya keessaa waggaatti argattuutti dabalataan, bittaa fi gurgurtaa gama moobaayilaan raawwatamuun galii…
Koorporeeshinichi Dhaabbata Oomisha Meeshaalee Qonnaa Chaayinaa waliin waliigaltee daldalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Ityoophiyaa Dhaabbata Oomisha Meeshalee Qonnaa Chaayinaa Zuumlaayin jedhamu waliin waliigaltee daldalaa…
Oomishaalee Beelladaa gabaa alaaf dhiyaate irraa galiin Doolaarri miiliyoona 80 argame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Baatiwwan 11 darban keessa Oomishaalee Beelladaa gabaa alaaf dhiyaate irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 80 ol argamuu Inistiityuutiin Misooma…
Walitti hidhamiinsa gabaa Paarkiiwwan Indaastirii Uumanirraa qonnaan bultoonni kumni 300 ol…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) –Walitti hidhamiinsaa gabaa Paarkiiwwan Indaastirii guutuu biyyattii keessatti argaman Uumanirraa qonnaan bultoonni kumni 300 ol fayyadamoo ta'uu…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa akkuma jirutti itti fufa jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa Waxabajjii 23, 2015 hanga Adoolessa 30, 2015tti gatii amma gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa…
Barana dandeettiin oomishaa %53 guddachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dandeettiin omishaa weerara Vaayirasii Koroonaa, waraana kutaa Kaabaa biyyattii fi jeequmsaa diinagdee addunyaa mudateen duraa %46 kan ture, barana…
Maallaqni osoo hin sassaabamin hafe Birriin biiliyoonni 15 argame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Maallaqni osoo hin sassaabamin hafe Birriin biiliyoonni 15 argamuu gabaasni Bara baajataa 2014 Waajjira Oodiitara Muummee Federaalaa beeksiise.…
Ityoophiyaa fi Hindi damee Bunarrattii akkataa waliin hojjechuu danda’anirrattii mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Hindi damee Bunaarratti akkataa waliin hojjechuu danda’anirratti mari’ataniiru.
Daayirekterrii Olaanaa Bunaa Fi shaayii Ityoophiyaa…
Oromiyaatti Pirojektoonni Agiroo Indaastirii kumni 4 ol Kaappitaala Birrii biiliyoona 117 oliin…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Pirojektoonni Agiroo Indaastirii kumni 4 fi 195’tu Kaappitaala Birrii biiliyoona 117 oliin hojjetamaa jiraachuu Biiroon Invatimentii fi…