Browsing Category
Biiznasii
Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii madaallawaan hawaasaaf akka dhiyaatan hojjetamaa jira -BDO
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) –Ayyaanoota torbee itti aanaan kabajamaniin walqabatee hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 47 olii to’atame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Godina Harargee Bahaatti meeshaaleen kontiroonaabdii Birrii miiliyoona 47fi kuma 537 olitti shallagaman to’ataman.
Meeshaaleen kontiroobaandii…
Baankichi hanga kaffaltii kaappitaala gadi aanaa dhaabbilee maayikiroo faayinaansii gara Birrii…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa hanga kaffaltii kaappitaala gadi aanaa dhaabbilee maayikiroo faayinaansii Birrii miiliyoona 50 irraa gara Birrii miiliyoona 75’tti…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 163 olii to’atame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 163 olitti shallagamu to’atamuu ibsame.
Komishiniin Gumruukaa Bitootessa 15-21, 2015’tti hordoffii…
Ayyaanota dhufaniif zayinni nyaataa liitirri miiliyoonni 13.6 ol gabaaf ni dhiyaata jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Ayyaanota Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoosiifi Iid Alfaxiriif zayita nyaataa liitira miiliyoona 13.6 ol gabaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu…
Gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun itti fufa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa gatii amma jiruun akka itti fufu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawa beeksise.…
Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC) – Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa ijoo ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa…
Qaamolee Warqee gatii Baankii Biyyaalessaa oliin bitanirratti tarkaanfiin ni fudhatama – Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti qaamolee Warqee gatii Baankii Biyyaalessaa oliin bitanirratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta'uu Pireezidaantiin…
Dijitaalaan boba’aa bituu fi gurguruun eegalame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Buufataalee boba’aatti yaaliin dijitaalaan boba’aa bituu fi gurguruu gaggeeffamuu eegaleera.
Waxabajjii 1, 2015 ammoo dijitaalaan sirni bittaa fi…
Waldaalee fi Daldaltoota oomishaalee dhoksanirratti to’annoon ni taasifama jedhame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – Waldaalee Hojii Gamtaa fi dhaabbilee Daldaltoota oomisha dhoksanirratti to'annoo fi hordoffiin kan taasifamu ta'uu Itti Aanaan Kantibaa Magaalaa…