Browsing Category
Biiznasii
Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 mala kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 filannoowwan kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu Baankiin Daldala Ityoophiyaa beeksise.
Baankichi…
Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaarratti hirmaatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaa 2023 irratti hirmaachuu Ministeerri Indaastirii beeksise.
Agarsiisichi Oomisha fi…
Chaayinaatti gabaan Buna Ityoophiyaa guddata jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Chaayinaatti fedhiin Buna Ityoophiyaa bituu dabalaa dhufuu ibsameera.
Biyyattiitti lakkoofsi namoota Buna Ityoophiyaa filatanii bitanii fi dhuganii…
Naannoon Oromiyaa Baajata bara 2016’f Birrii Biiliyoona 221.5 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Naannoon Oromiyaa Baajata bara 2016'f Birrii Biiliyona 221 fi miiliyoona 517 ol raggaasise.
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 5ffaa har’a gaggeesseen…
Biiroon Galiiwwanii Finfinnee galii birrii biiliyoona 107 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Biiroon galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2015'tti galii Birrii biiliyoona 107 walitti qabuu beeksise.
Galichi biiroolee…
Tamboon seeraan Alaa Birrii Miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Adoolessa 04, 2015 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti Tamboon seeraan ala daddabarfamaa ture Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu sakattoo taasifameen to'atamuu Poolisiin Godinichaa…
Maallaqoonni biyyoota garaagaraa fi baalli sammuu adoochu karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Maallaqoonni biyyoota garaagaraa fi baalli sammuu adoochu karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti to’atamuu…
Bara 2015 galiin Birrii biiliyoona 82 walitti qabameera
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaattii Dandeetti galii maddisiisu qorachuun galii diinagdee naannichaa Birrii Biiliyoona 78 ol walitti qabuuf karoorfameen, Birrii…
Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 904 eeyyamni Invastimantii haaraan laatame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 904 eeyyamni Invastimantii haaraan laatamuu Komishiniin Invastimantii magaalichaa beeksiise.…
Ityoophiyaan Oomishaalee ishee argisiisa faashinii daldalaa Paarisirratti beeksisaa jirti
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan oomisha biyya keessaa ishee argisiisa faashinii daldalaa Idil addunyaa Firaansaay Paarisitti qophaa’erratti beeksisaa jirti.…