Browsing Category
Biiznasii
Namoonni karaa seeraan alaa Maallaqa sharafan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan karaa seeraan alaa Maallaqaa sharafan to'atamuu Poolisiin magaalichaa beeksise.
Namoonni kunneen kutaa…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 275’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 275’tti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumrukaa beeksise.
Koomishinichi hordoffii Waxabajjii 9, 2015…
Ityoo-Injinaaring Giruup, YTO waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)-Ityoo-Injinaaring Giruup, Dhaabbataa Chaayinaa YTO waliin waarshaa waggatti tiraaktaroota kuma 10 oomishu ijaaruuf waliigaltee mallatteesseera.…
Dabra Birhaanitti abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni kenname
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa Magaalaa Dabra Birhaanitti abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyama invastimantii kennuu Qajeelchi…
Naannoo Afaaritti galiin Birrii biiliyoona 3 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Naannoo Afaaritti baatiiwan 11’n darban galiin Birrii biiliyoona 3 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksise.
Biirichi baatiiwwan…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 11 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 11 olitti tilmaamaman Konkolaataa waliin to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.
Uffataaleen,…
Ityoophiyaa fi Ingiliz misooma Daldalaa fi Invastimantiirratti waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Ityoophiyaa fi Ingiliz misooma Daldalaa fi Invastimantiirratti waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran 65 fayyadamoo kan taasiisu tooftaan daldalaa ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) – Biriitaaniyaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran 65 fayyadamoo kan taasiisu tooftaan daldalaa ifoomsite.
Sirni jalqabbii isaa Magaalaa…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Waxabajii 2- 8,2015 tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Dhimmichaan…
Daandiin Qilleensichaa galii Doolaara biiliyoona 6.1 argate
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa galii Doolaara biiliyoona 6.1 argachuu beeksise.
Dhaabbatichi mul’ata bara 2035tti bu’aa qabeessa ta’uuf qabate…