Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 124tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Bitootessa 8 – 14, 2015tti hordoffii taasifameen meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 124tti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
Bulchiinsi magaalichaa midhaan kuntaalaa kuma 42 ol galche
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenyaa uumame furuuf midhaan kuntaalaa kuma 42 ol Waldaalee Hojii Gamtaa naannoo Oromiyaarraa fudhachuu…
Oro Fireesh qaal’iinsa gatii tasgabbeessuuf midhaan gosa garaagaraa dhiyeessaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Waldaan Aksiyoonaa Daldalaa kuduraa fi muduraa Oro Fireesh kuduraa fi muduraa dhiyeessaa jiru cinaatti qaal’iinsa gatii tasgabbeessuuf midhaan gosa…
Warshaan Oomisha Zayita Avookaadoo Saanvaadoon Zayita Toonii 120 gabaa alaaf dhiyeesse
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Warshaan Oomisha Zayita Avookaadoo Saanvaadoon Zayita Toonii 120 gabaa alaaf dhiyeessuu beeksiseera.
Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Yirgaalem…
Sochiin paarkiiwwan indaastirii jajjabeessaadha-Miseensota Mana Maree Dhimma Daldala Alaa Ameerikaa
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Sochiiwwan hojii paarkiiwwan indaastirii jajjabeessaa ta’uu Miseensonni Mana Maree Dhimma Daldala Alaa Ameerikaa ibsan.
Ityoophiyaatti Gareen…
Godina Jimmatti Dhagaa Cilee irraa galiin birrii miiliyoona 17.2 ol argame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Godina Jimmatti ji’oota darban oomisha Dhagaan Cilee irraa galiin Birrii miiliyoona 17.2 ol argamuu Waajjirri Misooma Albuudaa Godinichaa beeksise.…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiya tajaajila qusannaa “Zakaat” jedhamu eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Tajaajilaa qusannaa dhalarraa bilisaa haaraa "Zakaat” jedhamuu maamiltoota isaaf dhiyeessuu beeksise.
"Zakaat"…
Baatiwwan jahan darban turistoota biyya keessaafi alaarraa Birrii biiliyoonni 8.2 argame –…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan jahan darban turistoota biyya keessaafi alaarraa Birriin biiliyoonni 8.2 ol argamuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksiseera.
Turistoota…
Fooyya’iinsa Wixinee labsii Mana Maree Daldalaarratti mari’atamaa
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Sirna Daldalaa si'aataa fi mijataa taasiisuuf Fooyya'iinsa Wixinee labsii Mana Maree Daldalaarratti qooda fudhattoota waliin mariin gaggeeffamaa jira.…
Oomisha Avookaadoo alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 argame – Ministeera…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan torban darban oomisha Avookaadoo alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Oomisha muduraa…