Browsing Category
Biiznasii
Oromiyaatti barana Abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 186 ol galmeessisaniif eeyyama…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) –Bara Baajataa kana naannoo Oromiyaatti Abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 186 ol galmeessisan eeyyama Invastimantii kennamuu Biiroon…
Naannoon Beenishaangul-Gumuz daldala warqee seeraan alaa irratti to’annoo cimsuu qaba –…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Naannoon Beenishaangul-Gumuz qaamolee daldala warqee seeraan alaarratti hirmaatanirratti tarkaanfii fudhachuu akka qabu Mana Maree Bakka Bu'oota…
Baatii 11’tti bunaa alaatti ergamerraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 ol argame
Finfinnee, Waxabajjii 6 ,2015 (FBC)- Baatiiwwan 11’n darban bunaa gabaa alaatti ergame toonii kuma 210’rraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.1 ol argame.
Akkaataa karoora qabameen oomisha…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 184 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Caamsaa 25, 2015 hanga Waxabajjii 1,2015tti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 184 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Abbootiin qabeenyaa Turkii Ityoophiyaatti hojiilee misooma Invastimantii garaagarraatti hirmaachuuf fedhii qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Turkii…
Baatiwwan kurnan darban Humna Elekririkaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 83…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Humna Elekririkaa biyyoota Ollaaf dhiyaateerra galiin Doolaarri miiliyoonni 83 ol argamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
“Saafaariikoom Ityoophiyaaf” liqii fi wabiin idil addunyaa eeyyamameef
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)-Diriirsa sarara Teelekominikeshinii Saafaariikoom Ityoophiyaan gaggeessaa jiruu fi hojiilee isaa deeggaruuf Koorporeeshinii Maallaqaa Idil Addunyaa fi…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyyaarota 130 bituuf karoorfachuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa qaqqabummaa balalii isaa babal’isuuf kan gargaaran xiyyaarota 130 bituuf karoorfachuu beeksiseera.
Hojii Gaggeessaan…
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiin Indaastrii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa biyya keessaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Kaayyoon walii…
Meeshaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 95 olitti tilmaamau to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 95 olitti tilmaamamuu konkolaataa waliin to’achuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Meeshaaleen kunneen…