Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Raaboo Baank waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Baankii Qonnaan Bultootaa biyya Neezerlaandi Raaboo Baank waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Raaboo…
Qabeenyi Waliigalaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Birrii biiliyoona 137 ga’e
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Yeroo ammaa qabeenyi waliigalaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Birrii biiliyoona 137 akka ga’ee fi kaappitaalli isaas Birrii biiliyoona 112 ta’uu…
Gatiin gurgurtaa boba’aa haala jiruun itti fufa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Boba’aa xiyyaaraarraan kan hafe gatiin gurgurtaa qinxaabooboba’aa haala amma jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 195 to’atamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 95tti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumruukaa ibse.
Komishinichi hordoffii…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaafi Saafaariikoom waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa hojiimaatilee diijitaalaa babal’isuufi cimsuuf Saafaariikoom waliin waliigalatee mallatteessuu ibsame.
Waliigalticha…
Qusannaan Baankii Siinqee Birrii biiliyoona 20 caale
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Qusannaan Baankii Siinqee Birrii biiliyoona 20 caaluu baankichi beeksiise.
Baatiwwan torban darban keessaa maamiltoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 31…
Magaalichatti qaamolee gatii hin malle oomisha simmintoorratti dabalanirratti to’annoo cimaan…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti qaamolee gatii hin malle oomisha simmintoorratti dabalanirratti to’annoo cimaan gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa…
Biirichi hojmaata haaraa galii daldaaltootarraa argamu dabaluu fi fayyadamtoota onnachiisu 2…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Biiroon Galiiwwaan Oromiyaa hojmaata haaraa galii daldaaltoota irraa argamu dabaluu fi fayyadamtoota onnachiisuu danda'u 2 hojiirra oolchuu beeksise.…
Dhaabbanni misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa walakkaa waggaatti galii Birrii biiliyoona 2.6…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Dhaabbanni misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa Indaastirii Oomishtootaaf meeshaalee dheedhii dhiyeessuun walakkaa waggaatti galii Birrii…
Biirichi baattiwwan jahan darbanitti oomishaa miidhaanii kuntaala miiliyoona 8 gabaaf dhiyyeessuu…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Biiroon Daldalaa Oromiyaa Baatiiwwan jahan darbanitti miidhaan kuntaalaa miiliyoona 8 gabaaf dhiyeessuun waliitti hidhamiinsaa gabaa uumuu beeksise.…