Browsing Category
Biiznasii
Qabeenyaa fi maallaqa mootummaa qisaasame deebisiisuuf qindoominaan hojjechuutu barbaachisa –…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Qabeenyaa fi maallaqa mootummaa qisaasame deebisiisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Biiroo Maallaqaa Oromiyaa beeksiseera.
Biirich…
Magaalaa Shaggaritti Abbootiin Qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 149 galmeessisan hojii…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti Fooramiin Abbootii Qabeenyaafi Qooda Fudhattoota gaggeeffameera.
Foormiin abbootii qabeenyaa fi qoodaa fudhattoota…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa akkumaa jirutti itti fufa
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Baatii Waxabajjii gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba’aa hundaa Caamsaa 29, 2015 eegalee hanga Waxabajjii 30, 2015tti gatii baatii Caamsaa tureen…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 355 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Caamsaa 18 – 24, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 355 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Hordoffii…
Gatiin boba’aa idil addunyaa ol ka’uun mala jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Bara faranjootaa baatii Hagayyaa eegalee daldala alaa boba’aa isheerratti guyyatti baarmeelaa miiliyoona 1 hir’isuuf Karoorfachuu Saa’ud Arabiyaan…
Baankiin Raammis eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Tajaajila baankii dhalarraa bilisaa kennuuf kan hundeeffame Baankiin Raammis eebbifamuun hojii eegale.
Baankichi kaappitaalaa Birrii biiliyoona 2 oliin…
Sirna bittaan walqabatee qisaasama maallaqa mootummaa hanbisuuf hojjetamaa jira – BMO
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Sirna bittaan walqabatee qisaasama maallaqa mootummaa hanbisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Maallaqaa Oromiyaa beeksiseera.
Naannoo Oromiyaatti…
Qabeenya dhaabbilee deeggartootarraa argame lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa dhiyeessa tajaajila bu’uuraa irratti qooda fudhattoota waliin gamaaggama gaggeessaa jiraachuu eerameera.
Ministeerichi…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 161 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Caamsaa 11- 17, 2015 Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 161 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Meeshaaleen karaa…
Liqiin baankonni kennan haqa qabeessaafi fayyadamummaa namoota hedduu kan mirkaneesse ta’uu qaba-…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Liqiin baankonni kennan haqa qabeessaafi fayyadamummaa namoota hedduu kan mirkaneesse ta’uu qaba jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo…