Browsing Category
Biiznasii
Gurgurtaa elektirikaa biyyoota ollaatti taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32 ol argamuu…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Baattiiwwan 5’n darbanitti biyyoota ollaatti gurgurtaa elektirikaa taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32fi kumni dhibbi 6 ol argamuu Humni…
Ityoo – Teeleekoom baatiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 33.8 ol argate
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Ityoo – Teeleekoom baatiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 33.8 ol argachuu beeksiiseera.
Hojii rawwachiittuu Olaantuun dhaabbatichaa…
Baatiwwan 5’n darban daawwattoonni miiliyoonni 7 ol Oromiyaa daawwatan – BATO
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Baatiwwan 5n darban daawwattoonni biyya keessaa fi alaa miiliyoonni 7 ol Oromiyaa daawwachuu Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa beeksise.
Daawwattoota…
Baatiwwan 6’n darban Intarpiraayizootaaf Birrii biiliyoonni 1.1 Liqaan rabsamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan 6’n darban humna Intarpiraayizootaa cimsuuf Birrii biiliyoonni 1.1 Liqaan rabsamuu Inistiityuutiin misooma Intarpiraayizoota Ityoophiyaa…
Waliigaltee nageenyaa asitti sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu ibsame
Amajjii 2, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaan booda sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise.
Gaaffii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 olitti tilmaamamu to’atamuu ibsame
Amajjii 2, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 fi kuma dhibba 6’tti tilmaamaman Waajjiraalee Gumruukaa dameewwan Dirree Dawaafi Jigjigaatti to’atamuu Komishiniin…
Waldichi ji’oottaan 5’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise
Amajjii 1, 2015(FBC)- Waldaan Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutii ji’oottan 5’n darbanitti galii Birrii Biiliyoona 2.5 argachuu beeksise.
Hojii raawwachisaan Waldichaa Obbo Abduu Zannabaa…
Baankichi tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii…
Amajjii 1, 2015(FBC)- Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii hubannoo cimsuu fi marii gaggeessaa jira.
Baankichi…
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-gatii gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti sirreeffamni taasisuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Ministeerichi ibsa FBC'f ergeen…
Bittaan zayiitii nyaataa liitiriin miiliyoonni 43 raawwate
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Bittaan zayiitii nyaataa liitiriin miiliyoonni 43 raawwatamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Hawaasni gatii madaalawaan zayiita nyaataa akka argatuuf…