Browsing Category
Biiznasii
Hojiin Buna Dhama Addaa Ityoophiyaa beeksiisuu Ameerikaatti gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Hojiin Buna Dhama Addaa Ityoophiyaa beeksiisuu Ameerikaa kutaa Bulchiinsa Oreegan magaala Poortilaanditti gaggeeffameera.
Ministeerri Qonnaa, Abbaa…
Tajaajilli Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii galii Birrii biiliyoona 32 ol walitti qabuu ibse
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Tajaajilli Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii baatiiwwan salgan darbanitti galii Birrii biiliyoona 32 ol walitti qabuu beeksise.
Hojii Raawwachiisaa…
Dhaabbata Albuudaa Ingiliz Kefi waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 320 mallatteeffame
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Dhaabbata oomishaa albuuda Warqee fi Koopparii Inigliz Keefii waliin pirojektii misooma Albuudaa Doolaara miiliyoona…
Agarsiifni Daldala Idil Addunyaa Ityoo Chaambar 13ffaan ifatti baname
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Agarsiifni Daldala Idil Addunyaa Ityoo Chaambar 13ffaan har’a ifatti banameera.
Manni Maree Daldalaa fi Dameewwa Waldaalee Daldaalaa Ityoophiyaa fi…
Baatiwwan salgan darban Oomishaalee Bunaa, Shaayii fi Mi’eessituuwwanirraa galiin Doolaarri…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Baatiwwan salgan darban Oomishaalee Bunaa, Shaayii fi Mi’eessituuwwan gabaa alaaf dhiyaatanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 907 ol argamuu Abbaan Taayitaa…
Seerri daldalaa Ityoophiyaa fooyya’uu fi labsiin invastimantii haaraan raggasifameera” –…
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Seerri daldalaa Ityoophiyaa fooyya’uu fi labsiin invastimantii haaraan raggaasifamuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen beeksisan.…
Naannichatti baatiwwan saglan darban galiin Birrii biiliyoona 6.8 walitti qabame
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoona 6.8 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksisee.
Galiin argame kan bara…
Abbootiin qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 143 galmmeessisan hojiitti bobba’auuf fedhii…
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Bara Baajataa kanatti Abbootiin qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 143 galmmeessisan hojiitti bobba’auuf fedhii agarsiisuu Ministeerri Indaastirii…
Giddu-galli Warshaa Nooraa Gudar nooraa kuntaala kuma 100 qopheessuun rabsaa jira – BQO
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Dhangaggaa'ummaa biyyee ittisuuf Giddu-galli Warshaa Nooraa Gudar nooraa kuntaala kuma 100 qopheessuun rabsaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 447 olitti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Eebla 16,2015 (FBC)-Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 447.9 olitti tilmaamaman to’annoo jala ooluu Komishiniin Gumurukaa beeksise.
Meeshaaleen kunneen Bitootessa 29…