Browsing Category
Biiznasii
Suuqiiwwan gatii simmintoo taarifaa oliin gurguraa turan 89 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti suuqiiwwan gatii simmintoo taarifaa kaa’ameen ol gurguraa turan 89 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame.
Taariifaa mootummaan gatii…
Dirree Dhawaatti galiin Birrii Biiliyoona 2.5 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Magaalaa Dirree Dhawaatti baatiiwwan saglan darbaan galiin Birrii biiliyoona 2.5 walitti qabame.
Abbaan Taayitaa galiiwwanii bulchiinsa magaalichaa galii…
Saafaariikoom eeyyama tajaajila daddabarsaa maallaqaa dijitaalaa argate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa Dhaabbataa Saafaarikoomiif tajaajilaa daddabarsa maallaqaa ‘M-Pesa’ jedhamuuf eeyyama tajaajila kenne.
Baankichi akka…
Ityoophiyaan Yaa’ii Invastimantii Waggaa idil addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa'ii Invastimantii Waggaa Idil Addunyaa Abuudaabiitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Jilli Ministira Ministeera…
Gurgurtaa fi Bittaan Boba’aa Diijitaalaan guutuu biyyattiitti hojiirra ooluu eegale
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Gurgurtaa fi Bittaan Boba’aa Diijitaalaan guutuu biyyattiitti har’aa jalqabee hojiirra ooluu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 404 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Eebla 20 – 26, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 404 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Meeshaaleen karaa…
Damee Indaastirii Oomishaa guddisuuf walitti hidhamiinsa galteerratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii Paanaalii Ityoophiyaan haa oomishtuurratti mariin gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree ‘Uwwisa Imaammataa walitti hidhamiinsa…
Sadarkaa addunyaatti gatiin Sukkaaraa fi Foonii irra deebiin dabaluu ibsame
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Sadarkaa addunyaatti gatiin Sukkaaraa fi Foonii irra deebiin daballii agarsiisuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Akka ragaan Dhaabbata…
Dhaabbileen kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisan Indaastirii Faarmaasiiyuutikaalirratti…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Dhaabbileen biyya keessaa kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisan damee Indaastirii Faarmaasiiyuutikaalirratti bobba’uuf waliigaltee…
Naannoo Kibbaatti baatiiwwan saglan darbanitti Birrii biiliyoonni 13.5 walitti qabame
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 13.5 waliitti qabamuu Biiroo Galiiwwanii Naannichaa beeksise.
Hogganaan biirichaa Obbo Yiglaxuu Abzaa,…