Browsing Category
Biiznasii
Warshaan bu’aalee oomisha gogaa Doolaraa Biiliyoona 1n ijaarame ebbifame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Warshaan bu’aalee oomisha gogaa PCE Veenchar Doolaraa Biiliyoona 1 ijaarame ebbifame.
Sirna eebbicharratti Ministira Ministeera Indaastirii Obbo…
Ityoophiyaa fi Morookoon damechaan walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Morookoon damee buufata doonii, terminaalaa fi loojistiksiin walta’iinsaan hojjechuuf waliigaluun eerame.
Jilli Hoji Gaggeessaa…
Gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) - Gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti sirreeffama taasisuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa beeksise.
Haaluma kanaan Magaalaa…
Tajaajilichi qaamoleen karaa seeraan alaa maallaqa daddabarsan gochaasaaniirraa akka of qusatan…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Qaamoleen karaa seeraan alaa maallaqa daddabarsuu irratti bobba’an gochaa isaaniirraa akka of qusatan Tajaajilli Nageenya Maallaqaa FDRI yaadachiise.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birri miiliyoona 151 to’atame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontirirobaandii Birri miiliyoona 151 olitti tilamaamamu to’annoo jala oolfamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi akka…
Sibiiloonni ciccitoofi konkolaattonni taajajila alaa gurgurtaaf akka dhiyaatan murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)-Sibiloonni ciccitoofi konkolaattoonni tajaajila hinkennine omishtoota sibiilaatti gurgurtaaf akka dhiyaatan mootummaan murtesse.
Akka akaakuu…
Baankiin Siinqee waltajjii tajaajila baankii guutuu kennuu eegaluufi mallattoo daldalaa haaraa…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Baankiin Siinqee waltajjii tajaajila baankii guutuu kennuu eegaluufi mallattoo daldalaa haaraa itti beeksisu hoteela Sharaatanitti gaggeesseera.…
Baankiin Tsaday Sambata dhufu hojii eegala
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Kaappitaala Waliigalaa Birrii biiliyoona 11kan qabu Baankiin Tsaday Sambata dhufu hojii kan eegalu ta’uu Boordiin Baankichaa beeksiise.
Baankichi…
Jilli Obbo Gabremasqal Caalaan durfamu buufataalee furdisa Loonii Adaamaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabremasqal Caalaan durfamu buufataalee furdisa Loonii Adaamaatti argaman…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa warshaa oomisha “Insulation blanket” eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa warshaa oomishaa qaama xiyyaaraa “Insulation blanket” Doolaara miiliyoona 6 oliin mooraa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…