Browsing Category
Biiznasii
Baankichi qabeenyi waliigalaa isaa Birrii biiliyoona 114 ga’uu beeksise
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qabeenyi waliigalaa isaa Birrii biiliyoona 114 ga'uu beeksiseera.
Baankichi waggoottan 18n darban keessa guddina diinagdee…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Sadaasa 30 hanga Muddee 6, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Meeshaaleen…
Galii oomisha biyyaa madaalu walitti qabuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Galii oomisha biyyaa madaalu walitti qabuuf Federaala qofa osoo hin taane naannoleenis xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Maallaqaa…
Fedhii dhiyeessa Oomisha Daabboo guutuuf Kutaalee magaalotaatti yoo xiqqaate Warshaan Daabboo 2 akka…
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti fedhii dhiyeessa Oomisha Daabboo guutuuf kutaalee magaalotaatti yoo xiqqaate Warshaan Daabboo 2 akka jiraatu hojjetamaa jiraachuu…
Baatii Sadaasaa qofa galiin Birrii biiliyoona 32.7 ol walitti qabame
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Ministeerri Galiiwwanii baatii Sadaasaa 2015 qofa galii Birrii biiliyoona 32.7 ol walitti qabuu beeksise.
Ministeerichi, baatichaatti Birrii biiliyoona 30…
Invastimantiin alaa akka cimuuf hojjetamaa jira-Kom. Lalisee Namee
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Dhiibbaa weerara vaayiraasii Koronaa fi walitti bu’iinsa uumameen kan duubatti harkifate Invastimantii alaa cimsuuf hojjetamaa jiraachuu Komishinarri…
Baankichi Hojjeettoota kuma 11 ol qacaruuf qophiirra jiraachuu beeksiise
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa hojjettoota kuma 11 ol qacaruuf qophiirra jiraachuu beeksiseera.
Baankichi adeemsa qormaata qacarrii ilaalchisee har’a…
Omishaaleen kuma 1 fi 600 ol qaraxaarraa walaba Chaayinaaf akka dhiyaatan ibsame
Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)-Mootummaan Chaayinaa oomishaaleen Ityoophiyaa kumni 1 fi 644 qaraxarraa walaba gabaa isheef akka dhiyaatan ibsu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 100 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 103 olitti tilmaamaman to’atamuu ibsame.
Komishiniin Gumruukaa Sadaasa 23- 29,2015tti hordoffii taasiseen…
Magaalaa Adaamaatti baatiiwwan 4 darbanitti galii Birrii biiliyoonni 2.2 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Magaalaa Adaamaatti baatiiwwan 4 darbanitti galii Birrii biiliyoonni 2.2 walitti qabamuu ibsameera.
Bara baajataa kanatti misooma hawaasummaafi diinagdee…