Browsing Category
Biiznasii
Waliigaltee nageenyaa asitti sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu ibsame
Amajjii 2, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaan booda sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise.
Gaaffii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 olitti tilmaamamu to’atamuu ibsame
Amajjii 2, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 fi kuma dhibba 6’tti tilmaamaman Waajjiraalee Gumruukaa dameewwan Dirree Dawaafi Jigjigaatti to’atamuu Komishiniin…
Waldichi ji’oottaan 5’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise
Amajjii 1, 2015(FBC)- Waldaan Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutii ji’oottan 5’n darbanitti galii Birrii Biiliyoona 2.5 argachuu beeksise.
Hojii raawwachisaan Waldichaa Obbo Abduu Zannabaa…
Baankichi tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii…
Amajjii 1, 2015(FBC)- Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii hubannoo cimsuu fi marii gaggeessaa jira.
Baankichi…
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-gatii gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti sirreeffamni taasisuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Ministeerichi ibsa FBC'f ergeen…
Bittaan zayiitii nyaataa liitiriin miiliyoonni 43 raawwate
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Bittaan zayiitii nyaataa liitiriin miiliyoonni 43 raawwatamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Hawaasni gatii madaalawaan zayiita nyaataa akka argatuuf…
Wayita Bittaa fi gurgurtaa gabaa ayyaanaa hawaasni daddabarsa maallaqa sobaa of eeggachuu qaba…
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Wayita Bittaa fi gurgurtaa gabaa ayyaanaa hawaasni daddabarsa maallaqa sobaa of eeggachuu akka qabu Poolisii magaalaa Finfinnee hubachiise.
Kutaa…
Kaappitaalli Baankii Siinqee Birrii biliyoona 8 fi miiliyoona 9tti guddachuu ibsame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Baankii Siinqee Yaa’ii Waliigalaa Idilee Abbootii Aksiyoonaa 22ffaa magaalaa Finfinnee Hoteela Ilillitti gaggeessaa jira.
Dura Taa'aan…
Horiin dhaabbii fi Jimaan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) - Sirna Gumrukaan ala Horiin dhaabbii fi Jimaa Jiidhaan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture Birrii miiliyoona 63 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin…
Baankiin Oromiyaa fi Manni Marichaa tajaajila baankii dhalarraa bilisaa bal’isuuf walii galan
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Baankiin Oromiyaa fi Manni Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa tajaajila baankii dhalarraa bilisaa babal’isuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…