Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 80 olitti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 80 olitti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii baatii Hagayya…
Dameen baankii abbootii qabeenyaa alaaf banamuun jijjiirama olaanaa fida jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Dameen baankii Abbootii qabeenyaa alaaf banaa ta’uun jijjiirama olaanaa dame baankiirratti akka fidu ibsame.
Manni Maree Ministirootaa wixinee…
Finfinnee Giddugalaa Aadaa Oromootti baazaariin ayyaanaa baname
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee mooraa Giddugalaa Aadaa Oromootti baazaariin ayyaanaa baname.
Baazaarichi Itti Gaafatamaa waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Suuqiin gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa baname
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Suuqiin gurgurtaa gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti banamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Finfinneetti baazaarii fi egizibiishinii qopheessaan jira-Ejensicha
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Qaala'iinsa gabaa tibba ayyaanaa mudachuu malu tasgabbeessuuf Magaalaa Finfinneetti baazaarii fi egizibiishinii qopheessa jiraachuu Ejensiin Babal'ina…
Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma jiruun Itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Baatii Fulbaanaa Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Hagayyaan kan Itti fufu ta’uu Miniteerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Daandiin qilleensichaa bara 2014 galii Doolaara biiliyoona 5 argachuu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame galii Doolaara biiliyoona 5 argachuu beeksiise.
Dhaabbanni Invastimantii…
Ayyanaan hanqinni dhiyeessii akka hinmudannee hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Ayyana jijjiramaa waggaa sababeeffachuun hanqinni oomishaalee qonnaa fi indaastirii akka hinmudanneef hojjetamaa jiraachuu Eejensiin Hojii Gamtaa…
Biyya badhaate dhaloota dhaalchisuuf kaffaltoonni gibiraa qooda isaanii ba’uu qabu jedhame
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Biyya badhaate dhaloota dhaalchisuuf kaffaltoonni gibiraa itti gaafatamummaa isaanii akka ba’an Ministeerri Galiiwwanii waamicha dhiyeesse.…
Baankichi maamiltoonni waliindhooftootarraa akka of qusatan akeekkachiise
Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa maamiltoonni waliindhooftootarraa akka of qusatan akeekkachiiseera.
Sagantaalee badhaasaa sababeeffachuun…