Browsing Category
Biiznasii
Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Baatiwwan arfan darban keessa Birrii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 513’tti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 513’tti shallagaman to’atamuu ibsame.
Komishiniin Gumuruukaa hordoffii Sadaasa 2-8, 2015’tti taasiseen,…
Fooyyeessa deeggarsa boba’aan kasaaraa Birrii biiliyoona 10 mootummaarra ga’u Birrii biiliyoona 4tti…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)-Fooyyeessa deeggarsa boba’aan kasaaraa Birrii biiliyoona 10 mootummaarra ga’u Birrii biiliyoona 4tti hir’isuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.…
Kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii sadarkaa fi kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuurratti magaalaa Finfinneetti marii gaggeessaa jira.…
Sarara daddabarsa Elektirikaa Ityoo- Keeniyaarraa gurgurtaan elektirikaa eegale
Finfinne, Sadaasa 8,(FBC)- Sarara daddabarsa Elektirikaa Ityoo- Keeniyaarraa gurgurtaan elektirikaa guyyaa har’aa ifatti eegaluu ibsame.
Gurgurtaa elektirikaa kanarraa waggaatti galiin…
Koomishinar Lalisee Nameen , Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuweet waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC)- Koomishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen , Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuweet Naayiif Alqaaxiibiin waliin mari’ataniiru.
Marii…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa dhaabbilee fayyaa tajaajila wal’aansaa sadarkaa 3ffaa laataniif liqii…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa dhaabbilee fayyaa tajaajila wal’aansaa baasii guddaa gaafataniifi biyyoota alaatti kennaman, tajaajila yaala fayyaa sadarkaa …
Mallattoon gabaa omishaalee Jimmaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Godina Jimmaatti omishaaleen omishaman mallattoon gabaaf ittiin dhiyaatan ifoome.
Godinichatti yuniyeenoonni sadii mallattoo omisha godinichaa gabaaf…
ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Mashiniin ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu kennuu eegale.
Baankiin Oromiyaa, EthSwitch fi MasterCard waliigaltee…
Yaa’iin oomishaalee midhaan dheedhiifi zayitaa Idil Addunyaa 11ffaan boru ni eegala
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Yaa’iin oomishaalee midhaan dheedhiifi midhaan zayitaa Idil Addunyaa 11ffaan guyyaa boruu magaalaa Finfinnee Hoteela Sharaatanitti kan gaggeeffamu ta’uu…