Browsing Category
Biiznasii
Gurgurtaa Humna Elektirikaarraa galiin Birriin biiliyoonni 21 argame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame gurgurtaa humnaarraa galii Birrii biiliyoona 21 ol walitti qabuu beeksiseera.…
Maallaqni seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 6.7 to’atame
Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Naannoo Afaaritti Maallaqni seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 6.7 to'atamuu Poolilisiin Magaalaa Samaraa Loogiyaa beeksiise.
Maallaqichi karaa…
Dhiyeessii fi Raabsa shaqaxaalee bu’uuraa fooyyeessuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ayyaanoota bara haaraaf dhiyeessii fi raabsa shaqaxaalee bu'uuraa fooyyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Baatii Adoolessaatti Birrii biiliyoonni 28.7 walitti qabame
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- jalqaba bara baajataa 2015 baatii Adoolessaatti Birrii biiliyoonni 28.7 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii ibse.
Ministeerichi baatichatti Birrii…
Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an haalli mijataa…
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an xiyyeeffannoon hojiin haala mijeessuu hojjetamaa…
Naannichi gurgurtaa Simmintoo bifa haaraan kan eegalu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Al seerummaa daldala Simmintoo hambisuuf gurgurtaa Simmintoo bifa haaraan kan eegalu ta'uu Biiroon Daldalaa Indaastirii naannoo Sidaamaa beeksiise.…
Qormaatileen adda addaa muudatus biyyattiin guddina diinagdee olaanaa galmeessaa jirti – Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Qormaatileen adda addaa muudatus biyyattiin guddina diinagdee olaanaa galmeessaa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Dooktar…
Paarkiin Indaastirii Adaamaa bara 2014tti daldala alaarraa galii Doolaara miiliyoona 15 ol argate
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Paarkiin Indaastirii Adaamaa bara baajataa 2014 daldala alaarraa galii Doolaara miiliyoona tti al-ergiirraa galii doolaara Ameerikaa miiliyoona 15 ol…
Baankichi bara baajataa xumurametti liqii Birrii biiliyoona 11tti dhiyaatu walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Baankiin Misooma Ityoophiyaa bara baajataa xumurametti maallaqa liqiin kenne Birrii biiliyoona 10.9 walitti qabuu beeksiseera.
Baankichi piroojektiiwwan…
Abbootiin qabeenyaa biyya keessaa carraa gaarii fi haala mijataa uumametti fayyadamuun Paarkii Qonna…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa biyya keessaa carraa gaarii fi haala mijataa uumametti fayyadamuun Paarkii Qonna Qindaa'aa Agroo Indaastirii Bulbulaa keessatti…