Browsing Category
Biiznasii
Biirichi bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Afaar bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiiseera.
Biirichi bara baajataa…
Bara bajataa 2014tti daldala alaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 4 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Bara bajataa 2014tti daldala alaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 4.12 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Magaalichatti lammiilee kuma 405 oliif carraan hojii uumameera-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Magalaa Finfinneetti bara baajataa 2014 lammiilee kuma 405 fi 536’f dameelee garaagaraan carraan hojii uumamuu Kantiibaan Magaalichaa Aadde Adaanecha…
Oromiyaatti bara baajataa xumurametti galiin Birriin biiliyoonni 52.3 walitti qabame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 50 fi miiliyoona dhibba 4 ol walitti qabuuf karoorfamee, Birrii…
Gurgurtaa anniisaa fi kiraa faayibar optiksiirraa galii Birriin biiliyoonni 15 ol walitti qabamuu…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Bara baajataa 2014tti gurgurtaa anniisaa fi kiraa faayibar optiksiirraa galii Birriin biiliyoonni 15.79 walitti qabamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee boruu eegalee sirreeffama taarifaa taasise
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee daballii gatii boba’aa tibbana taasiifame bu’uura gochachuun boruu eegalee sirreeffama taarifaa…
Naannoo Gaambeellaatti Boba’aan liitirri kumni 15 mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti Boba’aan liitirri kumni 15 seeraan ala mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture to’atamuu Biiroon Daldalaa fi…
2014 daldala alaa indaastirii maanufaachariingiirraa galiin Doolaara miiliyoona 500 argame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2014 daldala alaa indaastirii manufaakchariingiirraa galiin Doolaara miiliyoona 500 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Naannoo Harariitti bara baajataa 2014 galiin Birriin biiliyoonni 1.1 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti bara baajataa 2014 galiin Birriin biiliyoonni 1.1 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiseera.…
Fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa qopheessuun Ityoophiyaan muuxxannoo gaarii qabdi –…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa qopheessuun Ityoophiyaan muuxxannoo gaarii agarsiisaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob…